Daldala Toorarraa Hanna Feesbuukii Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Rakkoolee Qinqaanii

Eenyummeessaa Feesbuukii(account) Jecha-darbii yoo irraanfattan ykn hatamee jijjiirame, Jechi-darbii(password) fi T.Ergaa(E-Mail) banattaniin yoo isin jalaa jijjiirame akkaataa itti deebifattan

Eenyummeessaa Feesbuukii(account) keessan yoo Jechi-darbii(password) irraanfattan ykn Namni isin jalaa jijjiirate, Eenummeessaa keessan Jechi-darbii(password) fi T.Ergaa(E-Mail) banattaniinillee yoo argachuu hin dandeenye deebifachuu ni dandeessu

Daldala Toorarraa Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa Rakkoolee Qinqaanii Tajaajila Telekoomii

Afrikaan Yakka Saayibariitiin Bara 2017 qofa Doolara Ameerikaa Biliyoona 3.5 kasaaruun himame.

Kisaaraan yakka Saayibariitiin Afrikaa irra gahe bara 2017 Doolara Ameerikaa Bil. 3.5tti kan tilmaamu yoo tahu, Ka’umsa bara 2016 ammoo yoo xiqqaate Biyyootni Afrikaa Doolara Bil.2 ol dhabuutu himame.

Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Seerawaa Lakk. IMEI Qafoo Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Qafoo Moobayilaa Tajaajila Telekoomii

Bilbila ykn Koompitara Argii too’achuu(Screen Monitoring), Fageenyarraa too’achuu(Remote Monitoring) fi Gahiinsa Fageenyarraa(Remote Access) – Basaasa Telekoomii qolachuu

Bilbila ykn Koompitara Argii too’achuu(Screen Monitoring), Fageenyarraa too’achuu(Remote Monitoring) fi Gahiinsa Fageenyarraa(Remote Access) yeroo arginu maqaalefi hojiinsaanii walitti dhiyaata, Garuu garaagarummaa guddaa qaba.

Afaan Oromo Translation Hiikkaa Telegiraamii Afaan Oromoo Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa Qafoo Moobayilaa Tajaajila Telekoomii

Telegiraamii Afaan Oromoo | Oduu Gammachiisa – Hiikkaan Telegiraamii Afaan Oromoo jalqabame.

Yeroo ammaa immoo Telegram irrattis gaaffii dhiyeessineen Eenyummeessaan(Account) Hiikkaa Telegiraamii Afaan Oromoo nuuf banamee – Hiikkaa Jechoota Telegiraamii gara Jechoota Afaan Oromootti kan eegalle tahuu yeroo ibsinu Gammachuu Guddaadhaan.

Daldala Toorarraa Feesbuukii Afaan Oromoo Jechoota Koompitaraa Afaan Oromo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

Afaan Oromo Online | Dhaabbanni Feesbuukii Hiikkaa Afaan Oromoo #Tajaajila_Ummataatiif ifa godhe.

Bara 2017 irraa kaasee Afaan Oromoo afaan hojii dhaabbata guddaa Idil-Addunyaa, Feesbuukii akka tahu gaaffii hayyootni Oromoo gaafataniin kan eegale, Hiikkaan Feesbuukii Afaan Oromoo yeroo ammaa dhibbeentaa 92(92%) irra kan jiru tahus, Afaan Oromoo yeroo ammaa tajaajila hiikkaa Afaanota hojii Feesbuukii kennuu jalqabe.