Marsaalee Ammee

Itiyoo Telekoom tajaajila yeroo qilleensaa duubeedhaan laachuu eegale

Itiyoo Telekoom erga bulchiinsi haaraaan ramadamee #Tajaajila Haqa-qabeessaafi fooyya’aa tahe uumuuf dhama’aa waan jiru fakkaata.  Takka jedhee tarkaanfii Gatii tajaajilootasaa Ummataaf hirdhisuun kan eegale dhaabbatichi, Ammayyuu Komii Ummanni dhaabbaticha irraa qabuuf deebiin hedduu kan hin deebine akka tahe  ni beekkama.  Kun osoo akkasumatti jiru,  Yeroo ammaa immoo tajaajila haaraa Maallaqni maamiltoonni bilbila keessaa qaban gadaanaa […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Bilbila Android isin Jalaa Saamsame Osoo Deetaan isin jalaa hin badin akkamitti Banattu[Unlocking Android Smart Phone Pattern without losing Data]: OROMO ICT

Bilbila Android isin Jalaa Saamsame Osoo Deetaan isin jalaa hin badin akkamitti Banattu[Unlocking Android Smart Phone Pattern without losing Data] Yeroo ammaa bilbilli Android Bilbila baldhinaan addunyaa keenya keessatti namni hedduu fayyadamaa jiru ta’uu hedduu keenyaaf ifa, ittis fayyadamaa jirra. Kanuma Hubannoo keesssa Galchuun Injiinarootni dhaabbata GOOGLE xiyyeeffanna guddaa kennanii Bilbila kana icciitessuuf hojjachaa jiru. […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee

Bilbila Bishaan Keessa isin jalaa akkamitti Balaa jalaa oolfachuu dandeenya: oroict.com solutions

Bilbilli Ismaart {smart Phone] keessan Yoo Bishaanitti Kufe, Rifachuu ison hin barbaachisu.  Bilbilli Ismaart {smart Phone] keessan Yoo Bishaanitti Kufe, Rifachuu ison hin barbaachisu. Bilbila Bishaan Keessa isin jalaa akkamitti Balaa jalaa oolfachuu dandeenya kan jedhuuf Furmaatni Isaa Salphaafi Gabaabaadha. Tartiiba kana Hordofaa Hatattamaan Bishaan keessaa fuudhaa cufaa[Turn off power] Hatattamaan dhagaa keessaa Baasaa[Remove Battery] […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee

Mobile Keessan Maaltu Jaataneessa[Busy] Godha:- OROMO ICT

Maaltu Mobile keenya Nu jalaa Jaataneessaa(Busy) godha……#Share Godhaa Mobile Nama hedduu yeroo jaatanaa’u(busy ta’u) yeroo wajjin rakkatan namoota hedduu ni argina. Kun sababoota Muraasa armaan gadiif akka ta’e isin hubachiisuu feena…….OROMO ICT….. #share ●Mobile Faayiliidhaan yoo guuutame. Mobile yeroo ammaa kuusaa wantoota adda addaa ta’uun tajaajilaa jira. Keessattuu, suursagaleefi Suuraan wantoota Bilbila keenya Jaataneessan(busy godhan) […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee

Mobile Oomisha Duraa[#Original] ta’uu akkamitti beekuu Dandeenya: OROMO ICT

Mobile Oomisha Duraa[#Original] ta’uu akkamitti beekuu akka dandeenyu. Yeroo hedduu Mobile yeroo bitachuu barbaaddan Ulaagaalee barbaachisaa ilaaluu qabdaniifi Oomishni Mobile tokkoo Oomisha duraa ykn Xabboo[Original] ta’uu akkamitti beekuu akka barbaaddan nu gaafachaa turtan. OROMO ICTnis Ibsa barbaachisaa kennaa ture. Haata’uu malee Maloota kanaan duraa sana caalaa malli SALPHAA fi SIRRIIn kan asii gaditti tarreeffaman kana […]