Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Chaarjeriin Moobaayilaa akkamitti hojjata?

Yeroo bara moobaayilaa kanatti bilbilli keenya firootaa, hiriyootaa fi addunyaa tanaan 24/7 wal nu qunnamsiisee jira. Sababa kanaaf; bilbila keenya hedduu jaalanna. Wanti nama gaddisiisu garuu chaarjii dafee dafee fixuu isaati. Fixus nuti ima chaarjesina. Hundumaafuu; mee an gara ijoo dubbii kiyyaatti haa deebi’uu. Chaarjeriin nutti moobaayilaan chaarjesinu kun akkamitti akka hojjatu beektuu? Chaarjerii keessa […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Bilbilli Keessan Dhagaa[Battery/Chaarjii] Daddafee fixuun isin rakkisaa jiraa? #Sababaafi #Furmaata isaa

Bilbilli Keessan Dhagaa[Battery/Chaarjii] Daddafee fixuun isin rakkisaa jiraa? #Sababaafi #Furmaata isaa hordofaa: OROMO ICTdhaan Eeyyen, yeroo amma akkuma hedduun keenya beeknu, keessattuu Bilbilli ammayyaawoo ta’an yeoo ammaa hojiiwwan adda addaatiif waan fayyadamnuuf, Bilbilli hedduu keenyaa rakkoo kanaaf saaxilamaadha. Kunis sababa malee miti ykn sababa mataa isaa danda’e qaba. Sababoota Bilbilli keenya dafee dhagaa/battery/charge fixatuuf keessaa […]