Afaan Oromoo Barnoota Adda Addaa Feesbuukii Feesbuukii Afaan Oromoo Hanna | Hacking Hanna Feesbuukii Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoollee Adda Addaa

Feesbuukiin Itoophiyatti Eenyummeessaalee/accounts 176 ol’ cufuu beeksise.

Hogganaan Imaammata Nageenyaa Feesbuukii Naatinaa’el Gileecher ibsa miidiyaaleef kenneen, fuulawwanfi, Eenyummeessaawwan sobaa 176 Itoophiyaa irratti xiyyeeffachuun odeeffannoo maxxansan ugguramuu hime. Dhaabbatichi kan kana beeksise Gabaasa Amaloota Qindaa’aa waan jedhan hin fakkaanne [Coordinated Inauthentic Behavior] jechuun guyyaa Roobii baaseen. Qorannoo gaggeeffameen Eenyummeessaalee Feesbuukii 65, fuulota Feesbuukii 52 fi Gareewwan  27 fi Eenyummeessaa Inistaagiraamii 32 haqamaniiru. Fuulawwan, Eenyummeessaalee fi gareen […]