Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Bilbila Android isin Jalaa Saamsame Osoo Deetaan isin jalaa hin badin akkamitti Banattu[Unlocking Android Smart Phone Pattern without losing Data]: OROMO ICT

Bilbila Android isin Jalaa Saamsame Osoo Deetaan isin jalaa hin badin akkamitti Banattu[Unlocking Android Smart Phone Pattern without losing Data] Yeroo ammaa bilbilli Android Bilbila baldhinaan addunyaa keenya keessatti namni hedduu fayyadamaa jiru ta’uu hedduu keenyaaf ifa, ittis fayyadamaa jirra. Kanuma Hubannoo keesssa Galchuun Injiinarootni dhaabbata GOOGLE xiyyeeffanna guddaa kennanii Bilbila kana icciitessuuf hojjachaa jiru. […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Yoo Namaa bilbiltan Lakkoofsa Keessan dhoksuuf

 Yoo Namaa bilbiltan Lakkoofsa Keessan dhoksuuf Yoo nama tokkoo bilbiltan Lakkoofsi keessan lakkoofsa hin beekkamneen ykn lakkoofsa isin bilbiltaniin osoo hin taane lakkoofsa biraatiin akka nama itti bilbilame sana birratti muldhatu gochuun ni danda’ama. Tajaajila kana fayyadamuu namni barbaadu, Tartiiba kanaa gadii hordofaa: 1) Bilbila keessan banaa [Tap Phone] 2) Tartiibni kun akkaataa qafoo keessaniitiin […]