Afaan Oromoo Hanna | Hacking Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoollee Adda Addaa Rakkoolee Qinqaanii

Hawaasni Saayibarii(Fayyadamtootni Interneetaa) biyya Itoophiyaa ofeeggannoo barbaachisaa akka godhu Waamichi Godhame

Biyya Itoophiyaarratti Aggaammiin Qinqaanii ‘Lola Piraamidii Gurraachaa’ jedhamu godhamaa jira jedhame.   #Gabaasa_INSA – Dhaabbatni Eegumsa Nageenya Odeeffannoo Interneetaa fi Cimdaa biyya Itoopyaa(INSA) jedhamu kaleessa ibsa baaseen akka jedhutti, Yeroo ammaa Aggaammiin(Cyber Attack) kan Qinqaanii haaraa ‘Black Pramid War – Lola Piraamidii Gurraachaa’ jedhamu Koompitaroota haaraa Kuma-37 tahan irratti xiyyeeffate yaalii adda addaa taasisaa kan […]

Feesbuukii Hanna | Hacking Hanna Feesbuukii Hanna Interneetaa Hanna Interneetaa Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoollee Adda Addaa

Dhaabbata Feesbuukii jalaa deetaa namoota dhuunfaa Mil. 533 caalan jalaa Deetaan Namoota Dhuunfaa miliqfamee bahe

Kubbaaniyaalee fi Dhaabileen Mootummaa guyyuu hanna toora-interneetaatiif hatamaa jiru, odeeffannoon namoota dhuunfaas saaxilamaa jira – Hattootni interneetaa deetaawwan hataman bituu fi gurguruu hojii taasifataniiru. Waggoota kudhan darbanitti, Hanni toora-interneetaan gaggeeffame galmeewwan Bil.4 ol tahanitti tilmaamau hatamuu ykn itti-yaadamee milikfamuu, qaama biraatiif dabarfamuu dhaabbatni “Privacy Rights Clearinghouse ” daataa funaane wabeeffatee gabaaseera. Akka gabaasa kanaatti, Hanni […]