Hanna Koompitaraa Seerawaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Maloota Sasalphaa 5 kanneen Jechadarbii(Password) Eenyummeessaa Feesbuukii baruuf gargaaran – Barnootaaf

Yeroo ammaa ummanni keenya hedduun eenyummeessaa Feesbuukii banachuu ykn baafachuudhaan tajaajiloota adda addaatiif itti dhimma bahaa jiru. kanneen keessaa muraasni: ~ Firaaf Maatii isaanii addunyaa garagaraa jiraataniin walqunnamuuf(Haasaa keessootiin – inbox, Haasaa Sagalee ykn Suursagaleetiin-sound or video call)dhaan. ~ Daldalaafi beeksisa daldalaatiif ~ Barumsaa kennuufi argachuuf ~ Gareedhaan gurmaayuufi gurmeessuuf(garee siyaasaa, kan amantii, kan sanyiifikkf…) […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Miidhaalee(Kisaaraa guyyatti $5-$9) Haasaa Keessoo(CHAT) Marsaalee Hawaasaatiin – Muuxannoo Qabatamaa wajjiin.

Feesbuukiin marsaalee qunnamtii hawaasaa keessaa isa beekkamaadha. Yeroo gabaabaa keessatti beekkamtii olaanaafi hordoftoota hedduu horate. Fayyadamtoota guyyaa guyyaan dabalaa deeman horatee jira, yeroo ammaa hordoftoota ka’aa(Active users) hanga biliyoona 2.19 horachuu odeeffannoon marsariitii dhaabbatichaa ni agarsiisa. Haalli kun dhaabbatichi dhaabbilee gurguddoo addunyaa keessaa toora duraarratti akka hiriiru taasisee jira.   Tajaajila dhaabbanni guddaan addunyaa kennu […]

Feesbuukii Afaan Oromoo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

GORSA Fayyadamtoota Facebook biyya keessa jiraniif:- Ferhan Abdulselam

GORSA Fayyadamtoota Facebook biyya keessa jiraniif:- Ferhan Abdulselam GORSA aktiivisoota biyya keessa jiraniif: Facebook keessan lakkoofsa mobile dhaan banachuu irra gmail filatamaadha. Sababnis mobile keessan ethio telecom too’achuu waan danda’uuf, yoo isinitti xiyyeeffatan mobile keessan gara ofii deebisanii facebook keessan garagalfachuuf isaaniif salphata. Haalli kun email ni ilaallata yoo lakk mobile akka recovery itti fayyadamte. […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Deetaa Facebook irraa nu jalaa bade akkamitti deebifanna?: OROMO ICT

Deetaa Facebook irraa nu jalaa bade akkamitti deebifanna?: OROMO ICT Facebook keenya irratti waan maxxansine(posts), suuraa keenya(pictures), Ergaa keessaa(inbox) Suursagaleefi wantoota biroo akka tasaa yoo balleessine(Delete) goone akkaataa kamiin argachuu dandeenya? Tartiiba kana hordofaa #Share || #Like  || #Comment Namni wantooa armaan olitti eeraman kanneen tasa beektaniis ta’ee osoo hin beekin of jalaaa balleessitan tartiiba […]