Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Akkaataa #Mi’oota keenya(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaafi Dookumantii, #Qabeenyaafi Odeeffannoo dhuunfaa keenya itti eeguuf nu fayyadu: Kutaa 2ffaa

Akkaataa #Mi’oota keenya(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaafi Dookumantii, #Qabeenyaafi Odeeffannoo dhuunfaa keenya itti eeguuf nu fayyadu: Kutaa 2ffaa Bilbila/Koompitara keenya yeroo hundumaa JECHA DARBII(Password)dhaan cufuu qabna. Kunis mi’a(device) keessan yeroo isin bira hin jirretti namni biraa akka hojii hin taane ittiin hin hojjanneefi deetaa keessan kan icciitii qabaachuu danda’u akka isin jalaa hin saaxilamneef fayyada. Hub: Yeroo kamuu […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Maloota #Mi’oota(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaa, Dookumantiifi #Odeeffannoo dhuunfaa keenya Toorarratti(Online) itti eeggachuuf nu fayyadu.

Akkaataa #Mi’oota(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaa, Dookumantiifi #Odeeffannoo dhuunfaa keenya Toorarratti(Online) itti eeggachuuf nu fayyadu keessattuu Qinqanii[virus] walqabatee.. Hedduun keenya akkuma hubannoo qabnu, Qinqaniin(Virus) Sagantaa(program) ogeeyyiin koompitaraa hojjatanii ummatatti gadi lakkisuudhaan #Bilbila ammayyaawaa(smart) fi #Koompitara keenya akka miidhu, ykn balleessu godhaniidha. Kunis cal jedhamee osoo hin taane, dandalaaf ykn bashannanaaf, akkasumas dandeettii ofii agarsiisuuf ogeeyyiidhaan kan hojjatamuudha. Wanti […]