Afaan Oromoo Barnoota Adda Addaa Feesbuukii Feesbuukii Afaan Oromoo Hanna | Hacking Hanna Feesbuukii Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoollee Adda Addaa

Feesbuukiin Itoophiyatti Eenyummeessaalee/accounts 176 ol’ cufuu beeksise.

Hogganaan Imaammata Nageenyaa Feesbuukii Naatinaa’el Gileecher ibsa miidiyaaleef kenneen, fuulawwanfi, Eenyummeessaawwan sobaa 176 Itoophiyaa irratti xiyyeeffachuun odeeffannoo maxxansan ugguramuu hime. Dhaabbatichi kan kana beeksise Gabaasa Amaloota Qindaa’aa waan jedhan hin fakkaanne [Coordinated Inauthentic Behavior] jechuun guyyaa Roobii baaseen. Qorannoo gaggeeffameen Eenyummeessaalee Feesbuukii 65, fuulota Feesbuukii 52 fi Gareewwan  27 fi Eenyummeessaa Inistaagiraamii 32 haqamaniiru. Fuulawwan, Eenyummeessaalee fi gareen […]

Daldala Toorarraa Feesbuukii Afaan Oromoo Jechoota Koompitaraa Afaan Oromo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

Afaan Oromo Online | Dhaabbanni Feesbuukii Hiikkaa Afaan Oromoo #Tajaajila_Ummataatiif ifa godhe.

Bara 2017 irraa kaasee Afaan Oromoo afaan hojii dhaabbata guddaa Idil-Addunyaa, Feesbuukii akka tahu gaaffii hayyootni Oromoo gaafataniin kan eegale, Hiikkaan Feesbuukii Afaan Oromoo yeroo ammaa dhibbeentaa 92(92%) irra kan jiru tahus, Afaan Oromoo yeroo ammaa tajaajila hiikkaa Afaanota hojii Feesbuukii kennuu jalqabe.

Feesbuukii Afaan Oromoo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Dhaabbanni Feesbuukii tooftaa salphaa icciitii dhuunfaa too’achuuf oolu beeksiseera.

Icciitii dhuunfaa Abbumatu too’achuu qaba Jedha dhaabbanni Feesbuukii Toraan darbe, Gaggeessaan Olaanaan dhaabbata facebook, Koongireesii biyyooleessaa irratti dhiyaatee haanga’oota olaanoo mootummaa USA irraa gaafileen ciccimoofi mataa dhukkubbii fidan itti ka’aa turan. Sababni Gaafilee kanaas, Odeeffannoon ji’a tokko dura bahe tokko, Waggaa lama dura Dhaabbanni feesbuukii Odeeffannoo fayyadamtoota miliyoona dhibbaa ol-ta’an Filannoo Biyyoolessa USA, kan President […]

Feesbuukii Afaan Oromoo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

GORSA Fayyadamtoota Facebook biyya keessa jiraniif:- Ferhan Abdulselam

GORSA Fayyadamtoota Facebook biyya keessa jiraniif:- Ferhan Abdulselam GORSA aktiivisoota biyya keessa jiraniif: Facebook keessan lakkoofsa mobile dhaan banachuu irra gmail filatamaadha. Sababnis mobile keessan ethio telecom too’achuu waan danda’uuf, yoo isinitti xiyyeeffatan mobile keessan gara ofii deebisanii facebook keessan garagalfachuuf isaaniif salphata. Haalli kun email ni ilaallata yoo lakk mobile akka recovery itti fayyadamte. […]

Feesbuukii Afaan Oromoo Leenjii fi Gorsa TQO

Tajaajila Hiikkaa Facebook Afaan oromoofi Haala itti Fayyadama isaa: OROMO ICT

Tajaajila Hiikkaa Facebook Afaan oromoofi Haala itti Fayyadama isaa:OROMO ICT Hirmaannaan Hiikkaan Facebook gara Afaan oromootti godhamaa jiru hedduu kan nama gammachiisuufi saffisaan raawwatamaa kan jiru ta’uu isaa ragaleen dhaabbatichuma Facebook irraa argame kan yeroo yerotti dhibbeentaan kaawwamee agarsiisu ifa godha. Haaluma kanaan yerooammaa turtii torbaan tokko hin caalle keessatti dhibbeentaa 31% irra kan gahe […]

Feesbuukii Afaan Oromoo Marsaalee Ammee

MARII: Maqaa Fuula OROMO ICT Jijjiiruufi Tajaajiloota Afaanota biroonis Dabaluu: OROMO ICT

Yaada  Marii Hordoftoota Garee OROMO ICTtiif[Maqaa Garee/Fuula OROMO ICT Jijjiiruufi Afaanota biroos Dabaluuf Barbaadna] Kabajamtoota Hordoftoota keenyaa, Yeroo hunda waan nu Hordoftaniifi waan nu jaallattanii kabajaafi jaalala keessaniin yeroo hunda nu bira dhaabbattanii, Yoo dogoggorre yaada nuu kennitanii, nu sirreessitanii, yeroo hunda waan nuti maxxansinuun yeroo isin GAMMADDAN arguu caalaa wanti nu gammachiisu hin jiru. Haa […]

  • 1
  • 2