Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Memory, Flash,Fi SD Card Akkamitti Sirreeffama: oroict.com solutions dhaan

#Memory, #Flash ykn #SD  Cardnuuf hojjachuu dide akkamitti sirreessina(how to repair)……..…OROMO ICT……. #share Dursa yoo deetaa isin fayyadu irraa qabaattan irraa qabaattan waan biraatti irraa garagalfadhaa. Itti aansuun memory yoo ta’e qabduu memory fayyadmanee, Flash/SD keenya koompuutaratti suuquu qabna. Sana booda tartiiba kana hordofaa…..   CMD administrator mode dhaan banaa Sana booda ajaja barbaaddan hunda tartiiba […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Jecha Darbii(Password) Koompitaraa yoo daganne: OROMO ICT

Jecha Darbii(Password) Koompitaraa yoo daganne!.#OROMO ICT….. #Waliifhiraa #Laptops ykn Koompitaraa keenya #password yoo irraanfanne osoo hin qulqulleessine( #format) osoo hin goone, #Faayilii osoo isin jalaa hin badne akkamitti akka banachuu dandeenyu…… OROMO ICT….. #share Kallattii 4 isinitti agarsiifna #Jalqabarratti wanti isin barbaachisu #Moosajii tokko. Tartiiba armaan gadii isinitti agarsaisnu keessaa kan isiniif salphatu filadhaa. 1)Backtruck […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee

Mobile Keessan Maaltu Jaataneessa[Busy] Godha:- OROMO ICT

Maaltu Mobile keenya Nu jalaa Jaataneessaa(Busy) godha……#Share Godhaa Mobile Nama hedduu yeroo jaatanaa’u(busy ta’u) yeroo wajjin rakkatan namoota hedduu ni argina. Kun sababoota Muraasa armaan gadiif akka ta’e isin hubachiisuu feena…….OROMO ICT….. #share ●Mobile Faayiliidhaan yoo guuutame. Mobile yeroo ammaa kuusaa wantoota adda addaa ta’uun tajaajilaa jira. Keessattuu, suursagaleefi Suuraan wantoota Bilbila keenya Jaataneessan(busy godhan) […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Koompuutara Haaraa Bitachuuf Ulaagaalee Barbaachisan: OROMO ICT

 Koompuutara Haaraa Bitachuuf Ulaagaalee Barbaachisan: OROMO ICT Gaaffii Namootni Hedduu nu Gaafachaa jiran kinoo! #Ulaagaa Koompuutara bitachuuf Gargaaru…. Gaaffii Namni hedduu Gaafachutti jiru………..…OROMO ICT irraa, #share gochuun waliif dabarsaa Gaaffii hedduu namootni dhimma kana irratti kaasaniif #DEEBIIN qabatamaa kana jedhamee kennamu jiraachuu baatus, Gosootni Koompuutaroota hedduu waan jiruuf Gatii adda addaatiin argamau. Kun osoo akkasuma […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Seenaa Qinqanii[Virus] Coompuutaraa:- OROMO ICT

SEENAA QINQANII[Virus] Koompuutaraa Yoo waa’ee Qinqaanii(virus) koompiitaraa yaannu; vaayiresiin kunniin waan dhiyeenya kana Hattoota koompuutaraan(hackers) hojjatame jechuu dandeenya. Dhugaan jiru garuu kanaa miti. Vaayiresiin akka namoonni hedduun yaadan dhiyeenya kana kan uumame osoo hin taane bubbulee jira. Vaayireesiin jalqabaa “Brain Virus” jedhamu bara 1986tti obboleewwan lamaan lammii biyya Paakistaanii ta’an Amjad fi Basit Farooq uumame. […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Jecha Darbii[Password]: OROMO ICT

Jecha Darbii{Password] Jechi darbii Furtuu waan hundaati, Yoo jecha darbeii hin qabne #Eenyummeessaa(account) Facebook, Marsariitii adda addaa fi iddoo icciitii jiru kamiiyyuu jecha darbiitiin kan hidhameedha. Jecha darbii keessan Akkamitti eeggachuu qabdu.??? Hayyootni koompuutaraa akka jedhanitti jechi darbii kamiiyyuu ni caba ykn hatama. Garuu Ogeessa dandeettii olaanaa qabu barbaada. Haala salphatti akka isin jalaa eenyummeessaa keessan […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee

Mobile Oomisha Duraa[#Original] ta’uu akkamitti beekuu Dandeenya: OROMO ICT

Mobile Oomisha Duraa[#Original] ta’uu akkamitti beekuu akka dandeenyu. Yeroo hedduu Mobile yeroo bitachuu barbaaddan Ulaagaalee barbaachisaa ilaaluu qabdaniifi Oomishni Mobile tokkoo Oomisha duraa ykn Xabboo[Original] ta’uu akkamitti beekuu akka barbaaddan nu gaafachaa turtan. OROMO ICTnis Ibsa barbaachisaa kennaa ture. Haata’uu malee Maloota kanaan duraa sana caalaa malli SALPHAA fi SIRRIIn kan asii gaditti tarreeffaman kana […]