Daldala Toorarraa Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

#Daldala_Kallattii(Toorarraa) – Online(Social Media) Marketing – Qubee Technologies dhaan

Maamilootaafi Hordoftootni keenya akkam jirtu? Dhaabbanni Qubee Teekinoolojii(Qubee Technologies) yeroo ammaa biyya keessaa fi biyya alaatii damee kan qabu, Tajaajiloota Software fi App Mobile hojjachuu, Website hojjachuu, waaltessuu fi too’achuu, Gorsaafi Leenjii ICT, Deeggarsa fi Beeksisa Online Business, fi kkf ni kinnina. Kanumarraa ka’uudhaan yeroo ammaa Tajaajilli ykn Oomishaaleen keessan akka namoota heddu bira gahuuf, […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

Dhaabbanni Itiyoo-Teelekoom tajaajilawwan kennuu garaa garaa irratti gatii hir’isuu beeksise.

Dhaabbatichi ibsa miidiyaalee biyya keessaaf kenneen, tajaajila intarneetii daataa moobaayilii irratti hir’isa gatii dhibbeentaa 43, kan intarneetii biroodbaandii irratti ammoo dhiibbantaa 54 taasiseera jedhe. Akkasumas tajaajila bilbila sagalee irratti hir’isa gatii dhibbeentaa 40 fi ergaa barreeffamaa gabaabaa irratti ammoo dhibbeentaa 43 taasisuu himeera. barameera. Haaluma kanaan tajaajilli bilbila sagalee duraan daqiiqaatti saantima 83 ture gara […]

Hanna Koompitaraa Seerawaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Hubannoof | Hanna Koompitaraa Seerawaa(Ethical Hacking) :-K-2ffaa

Faayidaalee hanna Koompitaraa irratti bobbahuu Hanni koompitaraa ulaagaalee asiin gadiirratti hundoofnaan baay’ee barbaachisaadha. Isaan keessaa muraasni: ~ Odeeffannoo ykn deetaa nu jalaa bade deeffachuuf nu gargaara, keessattuu yoo Jechadarbii(Password) irraanfanneef. ~ Yaalii diramaan cabsuu kan Of-eeggannoo nama dhuunfaa ykn dhaabbata tokkoo mirkaneessuuf taasifamu. ~ Tarkaanfii baba ittisa dhuunfaa ykn dhaabbata keenna eeggachuuf godhamu mirkaneeffachuuf. ~ […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Namni Cimdaa(network) tokko wajjiin qooddachaa jirru deetaa koompitara keenya irraa osoo nuti hin beekin akka hate beekuuf

Namni Cimdaa(network) tokko wajjiin qooddachaa jirru deetaa koompitara keenya irraa osoo nuti hin beekin akka hate beekuuf tartiiba asiin gadii hordofaa… Cimdaa(network) nuti itti fayyadamaa jirru irra Namni meeqa akka fayyadamaa jiruufi. Cimdaan koompitaraa Deetaa koompitaraas ni jedhama. Cimdaan koompitaraa qindoomina Garee sirna koompitaraa(computer system)fi tuqargii(hardware) yoo tahu, kanneen bifa barbaachisuun walqunnamtii qabuudha. Kunis Walqunnamtii […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Bilbilli Keessan Dhagaa[Battery/Chaarjii] Daddafee fixuun isin rakkisaa jiraa? #Sababaafi #Furmaata isaa

Bilbilli Keessan Dhagaa[Battery/Chaarjii] Daddafee fixuun isin rakkisaa jiraa? #Sababaafi #Furmaata isaa hordofaa: OROMO ICTdhaan Eeyyen, yeroo amma akkuma hedduun keenya beeknu, keessattuu Bilbilli ammayyaawoo ta’an yeoo ammaa hojiiwwan adda addaatiif waan fayyadamnuuf, Bilbilli hedduu keenyaa rakkoo kanaaf saaxilamaadha. Kunis sababa malee miti ykn sababa mataa isaa danda’e qaba. Sababoota Bilbilli keenya dafee dhagaa/battery/charge fixatuuf keessaa […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Deetaa Facebook irraa nu jalaa bade akkamitti deebifanna?: OROMO ICT

Deetaa Facebook irraa nu jalaa bade akkamitti deebifanna?: OROMO ICT Facebook keenya irratti waan maxxansine(posts), suuraa keenya(pictures), Ergaa keessaa(inbox) Suursagaleefi wantoota biroo akka tasaa yoo balleessine(Delete) goone akkaataa kamiin argachuu dandeenya? Tartiiba kana hordofaa #Share || #Like  || #Comment Namni wantooa armaan olitti eeraman kanneen tasa beektaniis ta’ee osoo hin beekin of jalaaa balleessitan tartiiba […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Haala Duuffisaa haadmaleessa itti qindeessinu(How to setup our Wireless Router): OROMO ICT

Haala Duuffisaa haadmaleessa itti qindeessinu(How to setup our Wireless Router): OROMO ICT   Koompuutara keenya cimdaa amanfataa hadmaleessa(wireless neywork adapter) qaburratti Duuffisaa haadimaleessa(wireless router) qindeessuun salphaafi waliindha kaka’aa(active connection) uumuuf oola. yeroo tokko tokkos cimdaa amanfataa koompuutara haada qabu(wired network adapter) nu barbaachisuu danda’a, kanneen bifa baxxeetiin jiru(disk packaged) ykn bilisaan karaarraa argannu (available for […]