Barnoota Adda Addaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoo Daldalaa Odeeffannoollee Adda Addaa Piroojektii

#Sagantaa Leenjii – Waa’ee Leenjii Gabaabinaan- #oroictAcademy

Leenjiin keenya kan kennamu karaa toora #interneetaan yommuu tahu, #System of danda’e kan #Marsariitii(Website) fi #MobileApp qabuun kennina. Leenjiin keenya #Garee A fi B kan qabu yoo tahu; Gareen A –Garee itti-Fayyadama Tekinoolojii Hubannoo qabu tahee kallattumaan Interneetarraa Galii argachuuf ykn kan argataa jiru olguddifachuu irratti xiyyeeffachuudhaan leenjii kennamu, Laanjiin kallattiidhaan – Gahumsa dhuunfaa madaaluu […]

Barnoota Adda Addaa Daldala Toorarraa Hanna | Hacking Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoo Daldalaa Odeeffannoollee Adda Addaa

Gareen oroict.com Solution Leenjii Barnoota Tekinoolojii Eegaluuf Galmee irra jira

Leenjiin kun Barnoota Tekinoolojii Adda addaa irrratti Namoota hubannoo qananiif caalatti akkaataa hojiisaanii irratti Tekinoolojii irraa fayyadamuu danda’an Gahumsa cimsuu dabalatee hanga Ogummaadhaan leenjii kennee waraqaa ogeessummaa laatuu dabalata. Kaayyoon Leenjii kanaa faayidaalee hedduuf ta’ullee garuu ijoowwan lamaaf xiyyeeffannoon kan kennameedha.         Isaan keessaa muraasni: Dargaggoota keenyaaf keessattuu kanneen biyya keessaatiif hubannoo […]

Barnoota Adda Addaa Hanna | Hacking Hanna Interneetaa Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoo Daldalaa Odeeffannoollee Adda Addaa Qafoo Moobayilaa Tajaajila Telekoomii

Gabaasni BBC Afaan Oromoo dhimma Gatii interneeta dhaabbatni Itiyoo-telekoom kennu irratti qindeesse Bu’uura kan hin qabneedha.

Gabaasni BBC Afaan Oromoo Baasii Interneetaarratti qopheesse Bu’uura hin qabu Dhaabbileen China karaa Itiyoo-Telekoom Ummata Saamaa jiru Qafoowwan China Mosajii Hannaa itti-fe’ame kan hanna icciitii-dhuunfaafi basaasummaaf oolu 200,000 ol Afrikatti argame Dhaabbtni Itiyoo-telecom waggaa lama dura fooyya’iinsa gatii tajaajiloota telekoomii yeroo lama taasisee kan ture yommuu tahu isa dura sadarkaa Idil-Addunyaatti dhaabbata tajaajiloota telekoomii gatii […]

Feesbuukii Instaagiraamii Leenjii fi Gorsa TQO Linkid Iinii Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoo Daldalaa Rakkoolee Qinqaanii Tiwiitarii Yuutuubii

Gorsa Ogummaa: Hayyootni/Rogeeyyiin fi Miidiyaaleen keenya Bara Addunyaan Ganda tokko ta’aa jirtu kanatti akkamitti hojii milkaa’e salphatti hojjachuu dandeessuu?

Gorsa Ogummaa: Rogeeyyii/Hayyootaa fi Miidiyaalee Oromoo keessattuu kanneen Qabsoo Oromoo keessatti qooda olaanaa gumaachuuf onnachaa jirtaniif: – Abdiisaa Bancaa Jaarraatiin —– Rakkoo waloo akka sabaatti Ummata Oromoo yeroo ammaa mudate kanaan walqabsiisee akkuma kanaan dura ogummaa kiyyaan wan danda’u deeggarsa gochaa ture ammas hanqinnoota argu ilaalaa caljechuu waan hin dandeenyeef gorsa Ogummaa muraasa qaama ilaallatu […]

Jechoota Koompitaraa Afaan Oromo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa

oroict.com | Hudhaalee ijoo Guddina Afaan Oromoo Danqan, Danqaa jiraniifi Yaada Furmaataa

Afaan tokko Guddina Tekinoolojiitiin cimee ramaddiilee Afaanota Gurguddaa Idil-Addunyaa keessa gaafa galu, Kana jechuun qabeenna(resource) barbaachisoo ta’an akka Afaanota guguddatan biroo waan guuttatuuf, #Ethiopia Ummanni keenya kaasitti keessatti hedduumatu mitii, Biyyoota Alaaa kanneen Namootni Afaan Oromoo dubbatan keessatti hedduumatanitti Afaan Hojii gochuun ni danda’ama

Daldala Toorarraa Hanna Feesbuukii Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa

Oduu Simbirtuu | Gareen Deeggarsa Nageenya Inteneetaa MANILA jedhamu hawaasni Facaastuun qinqaanii (virus phishing ) Ayyaana Sababeeffachuun gadi lakkifame irraa akka ofeegan Akeekkachiise.

Ouu Simbirtuu! – Ergaaleen Keessoo(Messenger) dhaan daddarbaa jiran Hangowwoomsii(Fraudulent) Ayyaanaa fi Naga-gaaffii Bara Haaraa(New yera Greetings)tiif ergamaa jiran tooftaa/ dhara/badii qinqaanii(Malicious intent) dha.

Daldala Toorarraa Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa Rakkoolee Qinqaanii Tajaajila Telekoomii

Afrikaan Yakka Saayibariitiin Bara 2017 qofa Doolara Ameerikaa Biliyoona 3.5 kasaaruun himame.

Kisaaraan yakka Saayibariitiin Afrikaa irra gahe bara 2017 Doolara Ameerikaa Bil. 3.5tti kan tilmaamu yoo tahu, Ka’umsa bara 2016 ammoo yoo xiqqaate Biyyootni Afrikaa Doolara Bil.2 ol dhabuutu himame.

Afaan Oromo Translation Hiikkaa Telegiraamii Afaan Oromoo Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa Qafoo Moobayilaa Tajaajila Telekoomii

Telegiraamii Afaan Oromoo | Oduu Gammachiisa – Hiikkaan Telegiraamii Afaan Oromoo jalqabame.

Yeroo ammaa immoo Telegram irrattis gaaffii dhiyeessineen Eenyummeessaan(Account) Hiikkaa Telegiraamii Afaan Oromoo nuuf banamee – Hiikkaa Jechoota Telegiraamii gara Jechoota Afaan Oromootti kan eegalle tahuu yeroo ibsinu Gammachuu Guddaadhaan.