Feesbuukii Afaan Oromoo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Dhaabbanni Feesbuukii tooftaa salphaa icciitii dhuunfaa too’achuuf oolu beeksiseera.

Icciitii dhuunfaa Abbumatu too’achuu qaba Jedha dhaabbanni Feesbuukii Toraan darbe, Gaggeessaan Olaanaan dhaabbata facebook, Koongireesii biyyooleessaa irratti dhiyaatee haanga’oota olaanoo mootummaa USA irraa gaafileen ciccimoofi mataa dhukkubbii fidan itti ka’aa turan. Sababni Gaafilee kanaas, Odeeffannoon ji’a tokko dura bahe tokko, Waggaa lama dura Dhaabbanni feesbuukii Odeeffannoo fayyadamtoota miliyoona dhibbaa ol-ta’an Filannoo Biyyoolessa USA, kan President […]

Marsaalee Ammee

Dhaabbanni Fesbuukii oduu Fesbuukiirra mul’atan irratti jijjiirama godhuufi.

Fesbuukiin odeeffannoo irratti mul’atu jijjiiruun maxxansaalee biznasii, daldalaafi miidiyaaleen barreessan haalaan akka hinmul’anne gochuufi. Waltajjii Fesbuukii dhimmoonni maatii fi hiriyaa gidduutti haasaa fi marii fidan irratti xiyyeeffannaa kennuu barbaanna jechuun hojii gaggeessaa olaanaa dhaabbata Fesbuukii Maark Zuukarbarg fuula Fesbuukii isaanii irratti barreessaniiru. Sababa kanaanis maxxansi dhabbattoota akka kanaan duraattii namoota qaqqabuun isaa gadi hir’achaa akka […]