Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Yoo Namaa bilbiltan Lakkoofsa Keessan dhoksuuf

 Yoo Namaa bilbiltan Lakkoofsa Keessan dhoksuuf Yoo nama tokkoo bilbiltan Lakkoofsi keessan lakkoofsa hin beekkamneen ykn lakkoofsa isin bilbiltaniin osoo hin taane lakkoofsa biraatiin akka nama itti bilbilame sana birratti muldhatu gochuun ni danda’ama. Tajaajila kana fayyadamuu namni barbaadu, Tartiiba kanaa gadii hordofaa: 1) Bilbila keessan banaa [Tap Phone] 2) Tartiibni kun akkaataa qafoo keessaniitiin […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Icciitii Bilbila keessanii kan namni hedduun hin beekne!

Icciitii Bilbila keessanii kan namni hedduun hin beekne!   Namootni hedduun bilbila qabachuu malee Tajaajila barbaachisu hangamtu irraa argachaa jira jennee yoo madaalle, tilmaama keessa seenuun nama rakkisa. Hundaafuu Odeeffannoo muraasa armaan gadii kana ilaala. Namni yoo isiniif Bilbilu “Bilbilli kun tajaajila irra hin oolle” akka jedhu yoo barbaaddan: *21*900# ykn Lakkoofsa tokkicha keessaa dhiisuun […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Lakkada Icciitenya Bilbila Android[Android Secret Code]

Lakkada Icciitenya Bilbila Android [Android Secret codes] ——————————   #Lakkada[Code] Bilbila #Android kana Namni hedduu irra deddeebitanii nu gaafachaa jirtu. #Ofeeggannoo: Lakkadda[Code] armaan gadii keessa kan Deetaa qafoo sana keessa jiru #guutumattiballeessu waan jiruuf, fkn Kan akka Factory #reset fa’a bilbila Qulqulleessuuf[ #format] gochuuf kan fayyadu waan ta’eef osoo hin beekin akka hin fayyadamne #ofeeggannoo godhaa! 1. Phone Information, Usage and […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Sababoota Gurguddoo Saffisa Interneetaa Hirdhisan

Sababoota Gurguddoo Saffisa Interneeta[Broadband, Wi-Fi, 4G, 3G, EVDO, CDMA] Keenyaa hirdhisuu danda’an Saffisni Tajaajila Interneetaa ofii isaatii gadi hin bu’u ykn hin dadhabu. Saffisni Interneeta isin fayyadamaa jirtanii yoo dadhabaa ta’e, Saba malee miti. Sababootni Saffisa Interneetaa takaaluu danda’an keessaa muraasni: • Mi’ootni[device] hedduu sarara sana irratti hidhamanii yoo walirraa qooddachaa jiraatan • Hombololeettii/Qilleensa yabbuu […]

Marsaalee Ammee

Afaan Oromoo gara Teekinoolojitti fiduuf Gahee Ilmaan Oromoo

  Afaan Oromoo gara Teekinoolojitti Fiduuf gahee Ilmaan Oromoo Afaan kun dhiiga hayyoota adda addaatiin miilli lafatti gadi dhaabbatee QUBEE ofii isaa fayyadamee hawaasa baldhaa tajaajiluu erga eegalee bubbulee jira. Haala kanaan Afaan kun yeroo ammaa Akka Afrikaa bahaatti Afaan Ummatni heddu ittiin waliigalu jedhamee Sad.3ffaa irra kan jiru yoo ta’u, Biyyoota Dhihaa[Awurooppaa], Kaaba Ameerikaatti, […]

Barnoota Adda Addaa Dhimma Fayyaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Odeeffannoollee Adda Addaa

Koompuutaraafi Ija Keenya: Dr Gurmeessaa

KOOMPUUTARAA FI IJA KEENYA. Dr. Gurmeessaa   Namoota yeroo dheeraaf koompuutera fayyadamtan yikaan moobayila irraa chat gootaniif akka iji keessan hin miidhamne eeggannoowwan akkamii gochuu qabduu? Sadarkaa ifaa (brightness) koompuutera keessanii akka inni ifa naannoo keessa jirtanii waliin walfakkaatutti adjust godhadhaa. Fakkeenyaaf screen computeera keessanii fuula keessanitti akka madda ifaatti ifa baasaa jira taanaan ol […]

Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Of Eeggannoo Mobile, Kaardii Mobile fi Fayyaa Namaa: OROMO ICT

Of Eeggannoo Mobile, Kaardii Mobile fi Fayyaa Namaa: OROMO ICT *Kaardii Mobile, qubaan hin quuncisinaa, Sababni isaa, lakkoofsi kaarsichaa kan haguugame #silverNitroOxide waan ta’eef, kaansarii gogaa(qaamaa) qaqqabsiisuuf waan danda’uuf. *Baatriin bilbila keessanii yoo xiqqaatee diimaa agarsiise, bilbila ittiin hin haasa’inaa. Sababni isaa, yeroo kana #raadeshiiniin isaa harka 1000n kaan Caalaa waan dabaluuf. *Bilbila keessan of […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

AFAAN OROMO GOOGLE TRANSLATE FORUM

    AFAAN OROMO GOOGLE TRANSLATE FORUM Akkuma Beekkamu torbaan darberraa kaafnee iyyata xalayaa.com  Gara Dhaabbata Guddaa aadunyaa keenyaa kan ta’e Google barreesse jalatti ilmaan Oromoo hedduun Gaaffiin kun kiyyas, nallee ni ilaallata (Yes ykn I Support) Jechuun  gara Dhaabbata kanaa ergaa turre. Wanti namtti tolu, Dhaabbatni Google Gaaffii keenyarratti mari’atee jira, Dhugaa jiru baree […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

MARSAALEE UGGURAMAN AKKAMITTI FAYYADAMNA?: OROMO ICT

MARSAALEE UGGURAMAN AKKAMITTI FAYYADAMNA?: OROMO ICT Marsaan Hawaasummaa[social median fkn: Facebook, viber, twitter, IMO… fikkf] Guutumatti adda citee jira. #Tooftaalee Tajaajiloota isin dide sana deebiftanii argachuu dandeessaniin naannoo amma interneetni isii hojjachaa jiru fkn Harargeen fa’a dafaatii #TOOFTAALEE armaan gadii fayyadamaa of qopheessaa……….. #OROMOICT MARSAALEE UGGURAMAN AKKAMITTI FAYYADAMNA? Ilmaan Oromoo Hundaaf:-Keessattuu warra Biyya keessaatiif Biyyoota […]

Barnoota Adda Addaa Feesbuukii Feesbuukii Afaan Oromoo Hanna Interneetaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

Icciitenya(security) Eenyummeessa Feesbuukii keessanii eeggachuuf tartiibota kanaa gadii hordofaa…. oroict.com Solutions

Icciitenya(security) Eenyummaa Facebook keessanii eeggachuuf tartiiba kanaa gadii hordofaa: 1.Ergaan na beeksisii akka isiniif kennamu godhaa(enable login notification)… Kunimmoo yeroo eenyummeessaan keessan iddoo(locatio), Koomputara/Mobile Haaraa irraa banamu akka bifa ergaa gabaabaatiin Bilbila ykn email keessan irratti isin beeksisuuf kan oolu yommuu ta’u Namni Eenyummeessaa keessan hatuuf deemus yoo jiraate lakkoofsa icciitii isiniif ergame sana malee […]