Afaan Oromoo Hanna | Hacking Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoollee Adda Addaa Rakkoolee Qinqaanii

Hawaasni Saayibarii(Fayyadamtootni Interneetaa) biyya Itoophiyaa ofeeggannoo barbaachisaa akka godhu Waamichi Godhame

Biyya Itoophiyaarratti Aggaammiin Qinqaanii ‘Lola Piraamidii Gurraachaa’ jedhamu godhamaa jira jedhame.   #Gabaasa_INSA – Dhaabbatni Eegumsa Nageenya Odeeffannoo Interneetaa fi Cimdaa biyya Itoopyaa(INSA) jedhamu kaleessa ibsa baaseen akka jedhutti, Yeroo ammaa Aggaammiin(Cyber Attack) kan Qinqaanii haaraa ‘Black Pramid War – Lola Piraamidii Gurraachaa’ jedhamu Koompitaroota haaraa Kuma-37 tahan irratti xiyyeeffate yaalii adda addaa taasisaa kan […]

Daldala Toorarraa Hanna Feesbuukii Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa

Oduu Simbirtuu | Gareen Deeggarsa Nageenya Inteneetaa MANILA jedhamu hawaasni Facaastuun qinqaanii (virus phishing ) Ayyaana Sababeeffachuun gadi lakkifame irraa akka ofeegan Akeekkachiise.

Ouu Simbirtuu! – Ergaaleen Keessoo(Messenger) dhaan daddarbaa jiran Hangowwoomsii(Fraudulent) Ayyaanaa fi Naga-gaaffii Bara Haaraa(New yera Greetings)tiif ergamaa jiran tooftaa/ dhara/badii qinqaanii(Malicious intent) dha.

Daldala Toorarraa Hanna Feesbuukii Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Rakkoolee Qinqaanii

Eenyummeessaa Feesbuukii(account) Jecha-darbii yoo irraanfattan ykn hatamee jijjiirame, Jechi-darbii(password) fi T.Ergaa(E-Mail) banattaniin yoo isin jalaa jijjiirame akkaataa itti deebifattan

Eenyummeessaa Feesbuukii(account) keessan yoo Jechi-darbii(password) irraanfattan ykn Namni isin jalaa jijjiirate, Eenummeessaa keessan Jechi-darbii(password) fi T.Ergaa(E-Mail) banattaniinillee yoo argachuu hin dandeenye deebifachuu ni dandeessu

Daldala Toorarraa Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa Rakkoolee Qinqaanii Tajaajila Telekoomii

Afrikaan Yakka Saayibariitiin Bara 2017 qofa Doolara Ameerikaa Biliyoona 3.5 kasaaruun himame.

Kisaaraan yakka Saayibariitiin Afrikaa irra gahe bara 2017 Doolara Ameerikaa Bil. 3.5tti kan tilmaamu yoo tahu, Ka’umsa bara 2016 ammoo yoo xiqqaate Biyyootni Afrikaa Doolara Bil.2 ol dhabuutu himame.

Hanna Koompitaraa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

Odeeffannoo – Fayyadamaan[App] FaceApp jedhamu yoo fayyadamtan Suuraalee fi odeeffannoo dhuunfaa Mobile keessan irra jiran gara kuuftuu(Server) dhaabbata RAASHIYAA ergaa jiraachuun himame

Faayidaaleefi Miidhaa Fayyadamaalee(Apps) adda addaa Marsaalee hawaasaarratti qoodamuu.
Faayidaaleefi Miidhaa Fayyadamaalee(Apps) adda addaa Marsaalee hawaasaarratti argitan kanneen bifa adda addaatiin hojjataman hedduun keenya ni fayyadamna

  • 1
  • 2