Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Seerawaa Lakk. IMEI Qafoo Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Qafoo Moobayilaa Tajaajila Telekoomii

Bilbila ykn Koompitara Argii too’achuu(Screen Monitoring), Fageenyarraa too’achuu(Remote Monitoring) fi Gahiinsa Fageenyarraa(Remote Access) – Basaasa Telekoomii qolachuu

Bilbila ykn Koompitara Argii too’achuu(Screen Monitoring), Fageenyarraa too’achuu(Remote Monitoring) fi Gahiinsa Fageenyarraa(Remote Access) yeroo arginu maqaalefi hojiinsaanii walitti dhiyaata, Garuu garaagarummaa guddaa qaba.

Barnoota Moobaayilaa Lakk. IMEI Qafoo Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

#Qafoo Haaraa Gabaa irraa bitachuufi Qafoo Biyya alaatii firri namaaf ergu irratti #Ummanni Oromoo #Saamamaa ture, ammas saamamaa jira.

Gaaffii yeroo hunda Ummanni keenya itti rakkachaa jiruufi, qabeenyas itti kasaaraa jiru – guyyatti OROMO ICT gaaffii hedduu nu gaafatu, #Miidiyaaleen kunneen maaliif Hawaasa keennaaf hubannoo gahaa hawaasni keenna akka argatuuf maaliif irratti hojjachuu dhaban? #Yeroo ammaa dhaabbanni tokkichi Biyyattii Ethio telecom #System haaraa fidee qafoo #galmeessuudhaan fayyadamaan Mobile kamuu #qafoo galmaahe malee Gahiinsa-Cimdaa dhaabbatichaa(Network […]

Lakk. IMEI Qafoo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Amma Booda Itoophiyaa keessatti qafoo argitan fayyadamuu hin dandeessan

Ofeeggannoo: Amma Booda Itoophiyaa keessatti qafoo argitan fayyadamuu hin dandeessan Kanaan booda Itoopiyaa keessatti Qafoo argitan bittanii fayyadamuu waan hin dandeenyeef, Gorsa armaan gadii hordofuun dirqama.   Qafoon tokko yeroo hojjatamu lakkoofsa qafoo ykn lakkoofsa addaa kan dijiitii15 qabu IMEI jedhamu wajjiin hojjatama.   Lakkoofsa Koodii IMEI kana beekuuf *#06# jechuun Mobile keenya irratti barreessinee yoo […]