Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Ajaja CMD-CMD Command Fayyadamuun Saffisa Interneetaa Dabaluu

Ajaja CMD – Comand Line fayyadamnee akkamiin Saffisa Interneetaa Dabaluu dandeenya? Dura ‘PING PACKET’ gara Gate waye erguun saffisa Interneeta keenyaa barra. Gateway keenya beekuuf: ipcongig /all jennee CMD irratti barreessina itti fufneetuma Gateway asii olitti arganne kana Faana dhoofna ykn PING goona. ping -t <your default gateway address> yeroo muraasa keessatti yoo nuuf deebi’e […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Sababoota Gurguddoo Saffisa Interneetaa Hirdhisan

Sababoota Gurguddoo Saffisa Interneeta[Broadband, Wi-Fi, 4G, 3G, EVDO, CDMA] Keenyaa hirdhisuu danda’an Saffisni Tajaajila Interneetaa ofii isaatii gadi hin bu’u ykn hin dadhabu. Saffisni Interneeta isin fayyadamaa jirtanii yoo dadhabaa ta’e, Saba malee miti. Sababootni Saffisa Interneetaa takaaluu danda’an keessaa muraasni: • Mi’ootni[device] hedduu sarara sana irratti hidhamanii yoo walirraa qooddachaa jiraatan • Hombololeettii/Qilleensa yabbuu […]