Afaan Oromo Translation Afaan Oromoo Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoollee Adda Addaa Piroojektii

Dhaabbatni Guddichi Idil-Addunyaa Gugiliin Afaan Oromootiin hojii jalqabuuf Yaalii taasisuu eegale

Gaffii hayyoota Oromoo biyya keessaa fi biyya alaa irraa waggaa 5 oli dhaabbatichi tajaajila hiikkaa Afaan Oromoo akka jalqabuuf gaafatamaa ture yeroo lammaaffaaf dhaabbatichi deebii kan kenne ji’oota afur dura akka ibsuun keenya ni yaadatama. Yeroo jalqabaatiif dhuma bara-2017 Jechoota Afaan Oromoo gara Afaan Ingiliizitti hiikame Mil.1 fidaa jedhee kan ture tahus, akka dhaabbatichaaf kennamu […]

Afaan Oromo Translation Hiikkaa Telegiraamii Afaan Oromoo Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa Qafoo Moobayilaa Tajaajila Telekoomii

Telegiraamii Afaan Oromoo | Oduu Gammachiisa – Hiikkaan Telegiraamii Afaan Oromoo jalqabame.

Yeroo ammaa immoo Telegram irrattis gaaffii dhiyeessineen Eenyummeessaan(Account) Hiikkaa Telegiraamii Afaan Oromoo nuuf banamee – Hiikkaa Jechoota Telegiraamii gara Jechoota Afaan Oromootti kan eegalle tahuu yeroo ibsinu Gammachuu Guddaadhaan.