Jechoota Koompitaraa Afaan Oromo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoo Daldalaa

oroict.com | Hudhaalee ijoo Guddina Afaan Oromoo Danqan, Danqaa jiraniifi Yaada Furmaataa

Afaan tokko Guddina Tekinoolojiitiin cimee ramaddiilee Afaanota Gurguddaa Idil-Addunyaa keessa gaafa galu, Kana jechuun qabeenna(resource) barbaachisoo ta’an akka Afaanota guguddatan biroo waan guuttatuuf, #Ethiopia Ummanni keenya kaasitti keessatti hedduumatu mitii, Biyyoota Alaaa kanneen Namootni Afaan Oromoo dubbatan keessatti hedduumatanitti Afaan Hojii gochuun ni danda’ama

Daldala Toorarraa Feesbuukii Afaan Oromoo Jechoota Koompitaraa Afaan Oromo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

Afaan Oromo Online | Dhaabbanni Feesbuukii Hiikkaa Afaan Oromoo #Tajaajila_Ummataatiif ifa godhe.

Bara 2017 irraa kaasee Afaan Oromoo afaan hojii dhaabbata guddaa Idil-Addunyaa, Feesbuukii akka tahu gaaffii hayyootni Oromoo gaafataniin kan eegale, Hiikkaan Feesbuukii Afaan Oromoo yeroo ammaa dhibbeentaa 92(92%) irra kan jiru tahus, Afaan Oromoo yeroo ammaa tajaajila hiikkaa Afaanota hojii Feesbuukii kennuu jalqabe.