Marsaalee Ammee

Baga Nagaan Dhuftan!

BAGA NAGAAN DHUFTAN #HORDOFTOOTNI Keenya Jirra jirtuu?? Nuti GAREEN OROMO ICT yeroo hundaa Gahee nurraa eegamu bahuuf #Halkanii_Guyyaa akka hojjannu ni beektu. Isinis Hedduu akka nu hordoftaniifi Nu faana jirtan akkasumas nu #Jajjabeessaa dogoggora keenyas sirreessaa jirtu. Kanumaaf nutis kinoo Kan duraa Caalaa #Daraan isin tajaajiluuf, waan beeknu isiniif Qooduuf #IMALA Jalqabne itti fufnee jirra. […]