Maamilootaafi Hordoftootni keenya akkam jirtu? Dhaabbanni Qubee Teekinoolojii(Qubee Technologies) yeroo ammaa biyya keessaa fi biyya alaatii damee kan qabu, Tajaajiloota Software fi App Mobile hojjachuu, Website hojjachuu, waaltessuu fi too’achuu, Gorsaafi Leenjii ICT, Deeggarsa fi Beeksisa Online Business, fi kkf ni kinnina. Kanumarraa ka’uudhaan yeroo ammaa Tajaajilli ykn Oomishaaleen keessan akka namoota heddu bira gahuuf, […]
Yeroo ammaa ummanni keenya hedduun eenyummeessaa Feesbuukii banachuu ykn baafachuudhaan tajaajiloota adda addaatiif itti dhimma bahaa jiru. kanneen keessaa muraasni: ~ Firaaf Maatii isaanii addunyaa garagaraa jiraataniin walqunnamuuf(Haasaa keessootiin – inbox, Haasaa Sagalee ykn Suursagaleetiin-sound or video call)dhaan. ~ Daldalaafi beeksisa daldalaatiif ~ Barumsaa kennuufi argachuuf ~ Gareedhaan gurmaayuufi gurmeessuuf(garee siyaasaa, kan amantii, kan sanyiifikkf…) […]
Akkuma baratameefi beekkamu Eenyummeessan Marsaalee hawaasaa kenya tajaajila adda addaatiif yeroo ammaa hawaasni keenya hedduu dhimma itti bahaa jirra, deetaa irratti kuufachuu, icciitii ittiin waljijjiiruu, keessattuu Walqunnamtiif firootaafi hiriyyoota iyyoota garagaatiif haala mijataa kan uume tahus, Eenyummeessaan Marsaalee kanneenii keenya tokko hatamuu ni danda’a. Yoo nujalaa hatame, Tarkaanfiin keenya itti aanu maal tahuu qaba? […]
Jijjiirama Afaan Oromoo agarsiisaa jiruufi, HIIKKAAN FEESBUUKII AFAAN OROMOO dabalatee Maaltu JIRA, Ibsa Gabaabaa kana waliif dabarsaa.
Tajaajila Hiikkaa Facebook Afaan oromoofi Haala itti Fayyadama isaa:OROMO ICT Hirmaannaan Hiikkaan Facebook gara Afaan oromootti godhamaa jiru hedduu kan nama gammachiisuufi saffisaan raawwatamaa kan jiru ta’uu isaa ragaleen dhaabbatichuma Facebook irraa argame kan yeroo yerotti dhibbeentaan kaawwamee agarsiisu ifa godha. Haaluma kanaan yerooammaa turtii torbaan tokko hin caalle keessatti dhibbeentaa 31% irra kan gahe […]
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo Afaan Oromo Computer Terminologies…Jechoota Koompitaraa. Hidhaa(link) kanarraa gadi buufadhaa Afaan Oromo Computer Terminologies>>
Deetaa Facebook irraa nu jalaa bade akkamitti deebifanna?: OROMO ICT Facebook keenya irratti waan maxxansine(posts), suuraa keenya(pictures), Ergaa keessaa(inbox) Suursagaleefi wantoota biroo akka tasaa yoo balleessine(Delete) goone akkaataa kamiin argachuu dandeenya? Tartiiba kana hordofaa #Share || #Like || #Comment Namni wantooa armaan olitti eeraman kanneen tasa beektaniis ta’ee osoo hin beekin of jalaaa balleessitan tartiiba […]
Deetaa Kuustuu[computer, Memory, SD Card ykn Flash] irraa bade/dhokate deebifachuu dandeessu: OROMO ICT Daataa Kuustuu[Computer, Memory, SD Card ykn Flash] Keessan irraa dhabdanii beektuu? Eeyyen, namootni hedduu deetaa[file] barbaadan yeroo hedduu saboota garagaraatiin jalaa dhokata ykn bada. Isaan keessaa • Osoo hin beekin Qulqulleessuu [formating files] • Balleessuu[Deleting files] • Qinqaanii Faalamuu kuustuu sanaa [affected […]
Jecha Darbii(Password) Koompitaraa yoo daganne!.#OROMO ICT….. #Waliifhiraa #Laptops ykn Koompitaraa keenya #password yoo irraanfanne osoo hin qulqulleessine( #format) osoo hin goone, #Faayilii osoo isin jalaa hin badne akkamitti akka banachuu dandeenyu…… OROMO ICT….. #share Kallattii 4 isinitti agarsiifna #Jalqabarratti wanti isin barbaachisu #Moosajii tokko. Tartiiba armaan gadii isinitti agarsaisnu keessaa kan isiniif salphatu filadhaa. 1)Backtruck […]