Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Jecha Darbii(Password) Koompitaraa yoo daganne: OROMO ICT

Jecha Darbii(Password) Koompitaraa yoo daganne!.#OROMO ICT….. #Waliifhiraa


#Laptops ykn Koompitaraa keenya #password yoo irraanfanne osoo hin qulqulleessine( #format) osoo hin goone, #Faayilii osoo isin jalaa hin badne akkamitti akka banachuu dandeenyu…… OROMO ICT….. #share

Kallattii 4 isinitti agarsiifna
#Jalqabarratti wanti isin barbaachisu #Moosajii tokko.
Tartiiba armaan gadii isinitti agarsaisnu keessaa kan isiniif salphatu filadhaa.

1)Backtruck Opreting Sistom Internet irraa gadi buufadhaa ( #Download godhaa)

2) OpretingSistom gadibuuftan sanaMatadureewan #Flash Disk Boot godhaa

3) Flash Disk irratti kan OpretingSistom F12 dhaan kaasaa

4)System 32 keessa seentanii #Sethc maqaa jijjiiruudhaan, Gara CMD jijiiruu.

5) Sana booda Comuter –ShutDown- gochuun Flash Disk boot goone irraa buqqisuu

6)Deebisnee #On gochuun Windows itti fayyadamnu ni dhufa

7) Jecha Darbii(Password) yoo isin gaafate, Shift 5 gadi qabuudhaan

9) CMD Command yerooo nuuf dhufu

10)Net user %username%, Password barbaadnu galchuun #reset gochuu dandeenya.

 

 


OROMO ICT
HORAA BULAA[sgmb id=”1″]

Author

abdiisaa

Comments (2)

  1. Deyas
    February 2, 2018

    Baay’ee namatti tola, garuu barreffama keessan hamma dandaa’ameen ifa ykn haala salphaatti hubatamuu danda’uun tartiibessitanii osoo nuu keessaniihin jedha. galatoomaa!

  2. Gudeta
    February 26, 2018

    Duraan dursa galatoomaa. Itti aansuun jecha darbii laptop kan BIOS’n hidhame yoo irraanfanne akkamiin banachuu dandeenya?

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *