Daldala Toorarraa Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

#Daldala_Kallattii(Toorarraa) – Online(Social Media) Marketing – Qubee Technologies dhaan


Maamilootaafi Hordoftootni keenya akkam jirtu?

Dhaabbanni Qubee Teekinoolojii(Qubee Technologies) yeroo ammaa biyya keessaa fi biyya alaatii damee kan qabu, Tajaajiloota Software fi App Mobile hojjachuu, Website hojjachuu, waaltessuu fi too’achuu, Gorsaafi Leenjii ICT, Deeggarsa fi Beeksisa Online Business, fi kkf ni kinnina. Kanumarraa ka’uudhaan yeroo ammaa Tajaajilli ykn Oomishaaleen keessan akka namoota heddu bira gahuuf, Fuulota Daldalaa keessan kan akka Facebook Page, Instagram, website fi kkf irratti hordoftoota horachuu, namoota heddu bira akka gahu gochuuf hojii jalqabnee jirra.

Kanaafuu, Baasii Madaalawaadhaan isini tajaajiluuf qophii kan xumurre waan taheef, akka nu qunnamtan jechaa, gabateen bifa suuraatiif ergama qaama icciitii dhaabbatichaa waan taheef ofeeggannoo akka nuuf gootan kabajaan isin gaafanna.
Murtee keessan yeroo gabaabatti akka nu beeksiftan abdii qabna,

Kaayyoon keenya :Hawaaasa keenyaaf Furmaata Tekinoolojii tahuudha!

HORAA BULAA DEEBANAA

Qubee Technologies
Cell: +251904432625 /+251910130926
Email: oromoict@gmail.com or contact@oroict.com

Web: www.oroict.com – Gorsa ICT
www.afan-oromoo.com – Afaan Oromoo
www.hojii.net – Beeksisa Hojii
https://fayyaa.afaan-oromoo.com – Gorsa Ogeeyyii Fayyaa.

Author

abdiisaa

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *