Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Miidhaawwaan Bilbilli Ammayyaawaan(Disadvantage of having SMART PHONE) geechisu keechaa

Miidhaawwaan Bilbilli Ammayyaawaan(Disadvantage of having SMART PHONE) geechisu keechaa muraasni kanneen armaan gadiiti: 1) Qaamni barbaade ykn namni barbaade osoo isin hin beekin faana isin dhahuu dandaha. Innis qaamni mootummaa ykn dhuunfaan osoo isin hin beekin Iddoo isin jirtan ilaalee isin hordofuu akka danda’u gochuuf bilbilli ammayaawaan gahee olaanaa qaba. kunis Fayyadamaa ykn App tajaajila […]

Marsaalee Ammee

Eenyummeessaan Maamiltoota Biliyoona 3 Dhaabbata YAHOO JALAA Hatamuufi Furmaata

Eenyummeessaan Maamiltoota Biliyoona 3 Dhaabbata YAHOO JALAA Hatamuufi FURMAATA. Dhaabbanni YAHOO Sadarkaa Idil-Addunyaatti Maamiltoota hedduuf  Tajaajila TEESSOO ERGAA(Email-Address) kennuudhaan kan tajaajilu dhaabbata gudaadha. Haata’uu malee, yeroo Jalqabaatiif Bitootessa 2013, Yaalii Hannaa dhaabbata kanarratti taasifameen deetaan Maamiltoota Biliyoona 1 ta’an hatamuu dhaabbatichi kan ifa baase bara darbe ture. Amma immoo akka Oduun haaraa guyaa kaleessaa as […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Akkaataa #Mi’oota keenya(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaafi Dookumantii, #Qabeenyaafi Odeeffannoo dhuunfaa keenya itti eeguuf nu fayyadu: Kutaa 2ffaa

Akkaataa #Mi’oota keenya(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaafi Dookumantii, #Qabeenyaafi Odeeffannoo dhuunfaa keenya itti eeguuf nu fayyadu: Kutaa 2ffaa Bilbila/Koompitara keenya yeroo hundumaa JECHA DARBII(Password)dhaan cufuu qabna. Kunis mi’a(device) keessan yeroo isin bira hin jirretti namni biraa akka hojii hin taane ittiin hin hojjanneefi deetaa keessan kan icciitii qabaachuu danda’u akka isin jalaa hin saaxilamneef fayyada. Hub: Yeroo kamuu […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Maloota #Mi’oota(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaa, Dookumantiifi #Odeeffannoo dhuunfaa keenya Toorarratti(Online) itti eeggachuuf nu fayyadu.

Akkaataa #Mi’oota(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaa, Dookumantiifi #Odeeffannoo dhuunfaa keenya Toorarratti(Online) itti eeggachuuf nu fayyadu keessattuu Qinqanii[virus] walqabatee.. Hedduun keenya akkuma hubannoo qabnu, Qinqaniin(Virus) Sagantaa(program) ogeeyyiin koompitaraa hojjatanii ummatatti gadi lakkisuudhaan #Bilbila ammayyaawaa(smart) fi #Koompitara keenya akka miidhu, ykn balleessu godhaniidha. Kunis cal jedhamee osoo hin taane, dandalaaf ykn bashannanaaf, akkasumas dandeettii ofii agarsiisuuf ogeeyyiidhaan kan hojjatamuudha. Wanti […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Qafoo Moobayilaa

Bilbila Android SAFFISA Gaarii akka qabaatu yoo barbaaddan Tartiiba kanaa gadii hordofaa

Bilbila Android SAFFISA Gaarii akka qabaatu yoo barbaaddan Tartiiba kanaa gadii hordofaa Maloota SAFFISA Bilbila Andriod Dabaluuf Oolan: Bilbilli keessan saffisuu dideeraa? Bilbilli keessan isin harkatti caljedhaa? #Stack godhaa? Bilbilli ammayyaawaan (Smart phone) keessan Saffisa isin barbaadaniin hin deemu taanaan tartiiba kanaa gadii hordoftanii sirreeffachuu dandeessu. Malootni saffisa Bilbila keenyaa dabaluuf oolan: Fakkina Sochii cufuu—Turn […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Ajaja CMD-CMD Command Fayyadamuun Saffisa Interneetaa Dabaluu

Ajaja CMD – Comand Line fayyadamnee akkamiin Saffisa Interneetaa Dabaluu dandeenya? Dura ‘PING PACKET’ gara Gate waye erguun saffisa Interneeta keenyaa barra. Gateway keenya beekuuf: ipcongig /all jennee CMD irratti barreessina itti fufneetuma Gateway asii olitti arganne kana Faana dhoofna ykn PING goona. ping -t <your default gateway address> yeroo muraasa keessatti yoo nuuf deebi’e […]

Lakk. IMEI Qafoo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Amma Booda Itoophiyaa keessatti qafoo argitan fayyadamuu hin dandeessan

Ofeeggannoo: Amma Booda Itoophiyaa keessatti qafoo argitan fayyadamuu hin dandeessan Kanaan booda Itoopiyaa keessatti Qafoo argitan bittanii fayyadamuu waan hin dandeenyeef, Gorsa armaan gadii hordofuun dirqama.   Qafoon tokko yeroo hojjatamu lakkoofsa qafoo ykn lakkoofsa addaa kan dijiitii15 qabu IMEI jedhamu wajjiin hojjatama.   Lakkoofsa Koodii IMEI kana beekuuf *#06# jechuun Mobile keenya irratti barreessinee yoo […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Koompitara HAARAA bitachuuf Ulaagaalee barbaachisan

Koompitara HAARAA bitachuuf Ulaagaalee barbaachisan #Ulaagaa Koompuutara bitachuuf Gargaaru…. Gaaffii Namni hedduu Gaafachutti jiru…………..OROMO ICT irraa, #share gochuun waliif dabarsaa Gaaffii hedduu namootni dhimma kana irratti kaasaniif #DEEBIIN qabatamaa kana jedhamee kennamu jiraachuu baatus, Gosootni Koompuutaroota hedduu waan jiruuf Gatii adda addaatiin argamau. Kun osoo akkasuma ta’ee jiruu, Ani Gorsa Ogummaa qabuutiin Ummata koo tajaajiluuf jecha#ULAAGAALEE ofii koo itti fayyadamuufi kanneen […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Marsaalee Ugguraman Haala kamiin fayyadamuu dandeenya

MARSAALEE UGGURAMAN AKKAMITTI FAYYADAMNA? Ilmaan Oromoo Hundaaf:-Keessattuu warra Biyya keessaatiif Biyyoota Addunyaa Muraasa Keessatti Tajaajilli Marsaalee garagaraa #Ugguruu ykn Cimdaa(network) biyya sanaa keessaatti akka hin hojjanne ykn ergaan marsaan sun tamsaasu akka hin muldhanne ykn hin argamne godhuu baratamaa dha. Biyya keenya Keessattis Haalli kun erga jalqabee bubbuleera. Kanaafuu, tooftaalee adda addaa fayyadamnee marsaalee barbaachisoo ta’an jennee […]