Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Ajaja CMD-CMD Command Fayyadamuun Saffisa Interneetaa Dabaluu

Ajaja CMD – Comand Line fayyadamnee akkamiin Saffisa Interneetaa Dabaluu dandeenya?


Dura ‘PING PACKET’ gara Gate waye erguun saffisa Interneeta keenyaa barra.

Gateway keenya beekuuf:
ipcongig /all jennee CMD irratti barreessina

itti fufneetuma Gateway asii olitti arganne kana Faana dhoofna ykn PING goona.
ping -t <your default gateway address>
yeroo muraasa keessatti yoo nuuf deebi’e saffifni interneeta keenyaa haala gaarii irra jira yoo ture immoo wantootni faana dhayamaa jiran hedduumachuu isaa hubanna. kunimmoo saffisni interneeta keenyaa akka gadi bu’u sababa ta’eera jechuudha.

Kanaafuu
=IP release and renew

Kana gochuuf
a) Flushdns to Speed up internet using cmd
=ipconfig /flushdns goona.
Kun DNS ykn Doamin name service haaraa kan saffisa gaarii qabu barbaadee nuuf kenna.

b) Speed up internet using cmd ‘Netsh int tcp’ command:
=netsh int tcp set global autotuninglevel=normal
=netsh interface tcp show heuristics
= netsh interface tcp set heuristics disabled
isaan kanneen tartiibaan itti galchinee jennaan saffisini intwerneeta keenyaa nuuf dabala.

 


HORAA BULAA
OROMOO ICT

Author

abdiisaa

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *