Hogganaan Imaammata Nageenyaa Feesbuukii Naatinaa’el Gileecher ibsa miidiyaaleef kenneen, fuulawwanfi, Eenyummeessaawwan sobaa 176 Itoophiyaa irratti xiyyeeffachuun odeeffannoo maxxansan ugguramuu hime. Dhaabbatichi kan kana beeksise Gabaasa Amaloota Qindaa’aa waan jedhan hin fakkaanne [Coordinated Inauthentic Behavior] jechuun guyyaa Roobii baaseen. Qorannoo gaggeeffameen Eenyummeessaalee Feesbuukii 65, fuulota Feesbuukii 52 fi Gareewwan 27 fi Eenyummeessaa Inistaagiraamii 32 haqamaniiru. Fuulawwan, Eenyummeessaalee fi gareen […]
Maqaan Fuula-Feesbuukii(Page) keessan #Jecha 2 irraa moggaaftanii jirtu yoo ta’e, Hordoftoota 1500 ol yoo qabaate, Hordoftoota keessanitti bitaacha’a(confuse) godha jedhamee waan yaadamuuf, #Yeroo 1tti lamaan isaa akka jijjiirtan isiniif hin hayyamu
Bara 2017 irraa kaasee Afaan Oromoo afaan hojii dhaabbata guddaa Idil-Addunyaa, Feesbuukii akka tahu gaaffii hayyootni Oromoo gaafataniin kan eegale, Hiikkaan Feesbuukii Afaan Oromoo yeroo ammaa dhibbeentaa 92(92%) irra kan jiru tahus, Afaan Oromoo yeroo ammaa tajaajila hiikkaa Afaanota hojii Feesbuukii kennuu jalqabe.
Eenyumeessaan Namoota dhuunfaa ykn Fuula Marsaalee hawaasaa akkamitti Hatama ykn Cufama? Hanni ykn cufamuun kun karaa 4 tahuu danda’a
Icciitii dhuunfaa Abbumatu too’achuu qaba Jedha dhaabbanni Feesbuukii Toraan darbe, Gaggeessaan Olaanaan dhaabbata facebook, Koongireesii biyyooleessaa irratti dhiyaatee haanga’oota olaanoo mootummaa USA irraa gaafileen ciccimoofi mataa dhukkubbii fidan itti ka’aa turan. Sababni Gaafilee kanaas, Odeeffannoon ji’a tokko dura bahe tokko, Waggaa lama dura Dhaabbanni feesbuukii Odeeffannoo fayyadamtoota miliyoona dhibbaa ol-ta’an Filannoo Biyyoolessa USA, kan President […]
Akkuma beekamu namootni hedduun feesbuukii isaanii Lakkoofsa bilbila isaanii akkuma E-mail isaanitti fayyamee banachuudhaan fayyadamaa jiru. Sababni isaa waan lama irraa madda – Isaanis: 1ffaa- Dhaabbanni feesbuukii lakkoofsi bilbila nama kamiiyyuu garaga akka ta’eefi icciitii dhuunfaa nama tokkoo too’achuuf mala salphaadha jedhee waan amanuuf lakkoofsa bilbilaatiin namootni akka eenyummeessaa(account) akka banatan ni hayyama. 2ffaa- Teessoo […]
GORSA Fayyadamtoota Facebook biyya keessa jiraniif:- Ferhan Abdulselam GORSA aktiivisoota biyya keessa jiraniif: Facebook keessan lakkoofsa mobile dhaan banachuu irra gmail filatamaadha. Sababnis mobile keessan ethio telecom too’achuu waan danda’uuf, yoo isinitti xiyyeeffatan mobile keessan gara ofii deebisanii facebook keessan garagalfachuuf isaaniif salphata. Haalli kun email ni ilaallata yoo lakk mobile akka recovery itti fayyadamte. […]
Jijjiirama Afaan Oromoo agarsiisaa jiruufi, HIIKKAAN FEESBUUKII AFAAN OROMOO dabalatee Maaltu JIRA, Ibsa Gabaabaa kana waliif dabarsaa.
Tajaajila Hiikkaa Facebook Afaan oromoofi Haala itti Fayyadama isaa:OROMO ICT Hirmaannaan Hiikkaan Facebook gara Afaan oromootti godhamaa jiru hedduu kan nama gammachiisuufi saffisaan raawwatamaa kan jiru ta’uu isaa ragaleen dhaabbatichuma Facebook irraa argame kan yeroo yerotti dhibbeentaan kaawwamee agarsiisu ifa godha. Haaluma kanaan yerooammaa turtii torbaan tokko hin caalle keessatti dhibbeentaa 31% irra kan gahe […]
Yaada Marii Hordoftoota Garee OROMO ICTtiif[Maqaa Garee/Fuula OROMO ICT Jijjiiruufi Afaanota biroos Dabaluuf Barbaadna] Kabajamtoota Hordoftoota keenyaa, Yeroo hunda waan nu Hordoftaniifi waan nu jaallattanii kabajaafi jaalala keessaniin yeroo hunda nu bira dhaabbattanii, Yoo dogoggorre yaada nuu kennitanii, nu sirreessitanii, yeroo hunda waan nuti maxxansinuun yeroo isin GAMMADDAN arguu caalaa wanti nu gammachiisu hin jiru. Haa […]
- 1
- 2