Afaan Oromoo Barnoota Adda Addaa Daldala Toorarraa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoollee Adda Addaa Yuutuubii

Sababoota Ijoo Sirbootni/Suursagaleen tokko Ilaalcha(views) hedduuminnaan akka hin arganne godhaniifi Kallattii Furmaataa – Kutaa-2ffaa

Baroota Dheeraadhaaf Muuziqaa/Fiilmii/Diraamaafikkf irratti Mooraan Aartii Oromoo Komiiwwan adda addaa dhiyeessaa tureera. Komiin kunis Ummatni keenya Yuutuubii irraa hojii keenya hin ilaalu, Views keenya xiqqaa dha waan taheef hojii keenyarraa Galiin argannu baay’ee gadi bu’aafi kkf dhiyaachaa turaniiru. Komii kanarraa kaanee yeroo dheeraaf Qorannoolee adda addaa gaggeessinee turre bu’uura gochachuun, #Hojiin Hubannoo cimsuu dirqama tahee […]

Afaan Oromoo Barnoota Adda Addaa Feesbuukii Feesbuukii Afaan Oromoo Hanna | Hacking Hanna Feesbuukii Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoollee Adda Addaa

Feesbuukiin Itoophiyatti Eenyummeessaalee/accounts 176 ol’ cufuu beeksise.

Hogganaan Imaammata Nageenyaa Feesbuukii Naatinaa’el Gileecher ibsa miidiyaaleef kenneen, fuulawwanfi, Eenyummeessaawwan sobaa 176 Itoophiyaa irratti xiyyeeffachuun odeeffannoo maxxansan ugguramuu hime. Dhaabbatichi kan kana beeksise Gabaasa Amaloota Qindaa’aa waan jedhan hin fakkaanne [Coordinated Inauthentic Behavior] jechuun guyyaa Roobii baaseen. Qorannoo gaggeeffameen Eenyummeessaalee Feesbuukii 65, fuulota Feesbuukii 52 fi Gareewwan  27 fi Eenyummeessaa Inistaagiraamii 32 haqamaniiru. Fuulawwan, Eenyummeessaalee fi gareen […]

Afaan Oromoo Hanna | Hacking Hanna Interneetaa Hanna Koompitaraa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Odeeffannoollee Adda Addaa Rakkoolee Qinqaanii

Hawaasni Saayibarii(Fayyadamtootni Interneetaa) biyya Itoophiyaa ofeeggannoo barbaachisaa akka godhu Waamichi Godhame

Biyya Itoophiyaarratti Aggaammiin Qinqaanii ‘Lola Piraamidii Gurraachaa’ jedhamu godhamaa jira jedhame.   #Gabaasa_INSA – Dhaabbatni Eegumsa Nageenya Odeeffannoo Interneetaa fi Cimdaa biyya Itoopyaa(INSA) jedhamu kaleessa ibsa baaseen akka jedhutti, Yeroo ammaa Aggaammiin(Cyber Attack) kan Qinqaanii haaraa ‘Black Pramid War – Lola Piraamidii Gurraachaa’ jedhamu Koompitaroota haaraa Kuma-37 tahan irratti xiyyeeffate yaalii adda addaa taasisaa kan […]

Afaan Oromoo Barnoota Adda Addaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoollee Adda Addaa

Mala Salphaa Dookumantii PDF tokko haala salphaan .DOC tti jijjiirachuuf isin Gargaaru

Kana beektuu laata? – #Dookumantii PDF tokko haala salphaan .DOC tti jijjiirachuuf: Yeroo baay’ee namootni heddu Dookumantiiwwan adda addaa Gosa #PDFtiin jiru gara #Doc jijjiirachuuf ni rakkatu, kanaafis #Moosajjiilee adda addaa interneeta irra barbaadaanii bitachuu ykn marsaa-yaalii(trial version) dhaan hamma yeroon irraa dhumutti fayyadamu. Amma Garuu tooftaaleen add addaa haala salphaan #Dookumantii PDF gara DOC […]

Afaan Oromoo Barnoota Adda Addaa Daldala Toorarraa Kalaqa | Innovation Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa | Social Medias News Odeeffannoollee Adda Addaa Tajaajila Telekoomii

Dhaabbileen Dhiyeessii Tajaajiloota Telekoomii Idil-Addunyaa Gurguddoon Itoophiyatti Hojii Eegaluuf

Itoophiyaatti, Seektarri Telekoomii Olaantummaa Mootummaatiin Dhaabbatni tokkochi Ethiotelecom dhuunfachuudhaan rakkoolee adda addaafi kisaaraa siyaas-diinagdee biyya keenyaatiin shoora olaanaa kan taphate akka ture irra deddeebiidhaan oroict.com qeeqa adda addaa barreessaa turuun keenya ni yaadatama.  Rakkoon kun rakkoo dhuunfaa qofa osoo hin taane rakkoo akka biyyatti kan ilaalamu tahuu hubatamee Mootummaanis Furmaanni kan dhufu yoo Dhaabbatni Telekoom […]

Afaan Oromo Translation Afaan Oromoo Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoollee Adda Addaa Piroojektii

Dhaabbatni Guddichi Idil-Addunyaa Gugiliin Afaan Oromootiin hojii jalqabuuf Yaalii taasisuu eegale

Gaffii hayyoota Oromoo biyya keessaa fi biyya alaa irraa waggaa 5 oli dhaabbatichi tajaajila hiikkaa Afaan Oromoo akka jalqabuuf gaafatamaa ture yeroo lammaaffaaf dhaabbatichi deebii kan kenne ji’oota afur dura akka ibsuun keenya ni yaadatama. Yeroo jalqabaatiif dhuma bara-2017 Jechoota Afaan Oromoo gara Afaan Ingiliizitti hiikame Mil.1 fidaa jedhee kan ture tahus, akka dhaabbatichaaf kennamu […]