Faayiloota suuraa keessatti dhoksuu jechuun maaliidha yoo jennee ilaalle, suuraa/photo/ keessatti faayiloota akka docx, pdf, fi kkf suuraa keessatti galchuudhaan, akka namni biraa hin ilaalletti dhoksuu jechuudha.
Jalqaba koompiitaroota windows kamiinuu irratti, cmd/comand prompt/ irratti “copy fi Paste” hin jiru. wanta ajajuu barbaadde kamiinuu irratti barreessuu qabda. kun immoo yeroo fudhata, keessaanuu namoota saffisaan barreessuu hin dandeenyeef. Tooftaa armaan gadii kanaan cmd irratti, copy fi paste uumuu ni dandeessa. Mee akka armaan gadii kanatti haa ilaalluu: Jalqaba cmd bani. Kanas salphumatti, start […]
Tajaajila Hiikkaa Facebook Afaan oromoofi Haala itti Fayyadama isaa:OROMO ICT Hirmaannaan Hiikkaan Facebook gara Afaan oromootti godhamaa jiru hedduu kan nama gammachiisuufi saffisaan raawwatamaa kan jiru ta’uu isaa ragaleen dhaabbatichuma Facebook irraa argame kan yeroo yerotti dhibbeentaan kaawwamee agarsiisu ifa godha. Haaluma kanaan yerooammaa turtii torbaan tokko hin caalle keessatti dhibbeentaa 31% irra kan gahe […]
Akkaataa Ergaa Gabaabaa(SMS) Mobile Androoyidii keenya keessa jiru ittiin dhoksuu dandeenyufi akkamitti argii[screen] irraa dhoksina? Ergaa gabaabaa bilbilsochii(mobile) irraa balleessuun hin barbaachisu, icciitiis taanaan bilbiluma keenyarratti dhoksuun ni danda’ama. Tajaajila kana akka argannuuf kan nu qarqaaran Fayyadamaan[App] bilisaa heddu kan jiru waan ta’eef, tartiiba armaan gadii hordofuun tajaajilicha argachuu dandeessu. Ajaja[Instruction]: Iyya’aa(browser) Bilbilsochii Andirooyidii keenya […]
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo Afaan Oromo Computer Terminologies…Jechoota Koompitaraa. Hidhaa(link) kanarraa gadi buufadhaa Afaan Oromo Computer Terminologies>>
Ergaa gabaabaa(SMS) fi Lakkoofsa bilbilaa(contacts) deebifachuuf Tartiiba kanaa gadii hordofaa. #Share|#Like|#Comment: OROMO ICT Bilbila Ammayyaawaa Android(SMART PHONES) keenya keessaa Ergaan gabaabaan (SMS), Lakkoofsi bilbilaa(Contacts), Suuraaleen(pictures), suursagalee(video) fikkf yoo nu jalaa bade akkamitti deebifanna ykn bayyanachiifna(recover)? Bilbila keenya Ammayyaawaa(smart phone) irraa ergaan gabaabaan guyyaa guyyatti namoota adda addaatii dhimma dhuunfaas haa ta’u dalagaaf ergaa oollu yoo […]
Deetaa Facebook irraa nu jalaa bade akkamitti deebifanna?: OROMO ICT Facebook keenya irratti waan maxxansine(posts), suuraa keenya(pictures), Ergaa keessaa(inbox) Suursagaleefi wantoota biroo akka tasaa yoo balleessine(Delete) goone akkaataa kamiin argachuu dandeenya? Tartiiba kana hordofaa #Share || #Like || #Comment Namni wantooa armaan olitti eeraman kanneen tasa beektaniis ta’ee osoo hin beekin of jalaaa balleessitan tartiiba […]
Haala Duuffisaa haadmaleessa itti qindeessinu(How to setup our Wireless Router): OROMO ICT Koompuutara keenya cimdaa amanfataa hadmaleessa(wireless neywork adapter) qaburratti Duuffisaa haadimaleessa(wireless router) qindeessuun salphaafi waliindha kaka’aa(active connection) uumuuf oola. yeroo tokko tokkos cimdaa amanfataa koompuutara haada qabu(wired network adapter) nu barbaachisuu danda’a, kanneen bifa baxxeetiin jiru(disk packaged) ykn bilisaan karaarraa argannu (available for […]
Interneeta Bilbila keessan irratti bantanii Koompuutara keessan irratti Fayyadamuu dandeessu: OROMO ICT Eeyyen, Bilbila keenya keessattuu SIM 3G fi isaa oli fayyadamna yoo ta’e, Tajaajila interneetaa Bilbila irratti baname, Mala salphaa ta’een koomputara keenyaan walqunnamsiifnee fayyadamuu dandeenya. Kunis mala salphaafi baayyee gaarii ta’e keessaa “Wi-Fi Hotspot” Bilbila keenyaa banuudha. Malli kun mala koompitarri(laptop) keenyaan salphatti […]
Bilbila isin/hiriyyaa keessan Jalaa bade Fageenyarraa itti bilbiluu(Ring), Saamsuu(Lock), Qulqulleessuu(Erase) ykn Faana dhahuu(Track location): OROMO ICT Bilbila nu jalaa bade ykn hatame ykn biyya biraatti irraanfanne, Fageenya irraa itti bilbiluu(ring), Saamsuu(lock) ykn Qulqulleessuu(Erase or format) gochuufi Bilbilichi sun naannoo kami akka jiru(show your device’s location) ilaaluu dandeenya. Bilbila keenya yoo hattuun fudhattes ta’ee yoo biyya […]