Baroota Dheeraadhaaf Muuziqaa/Fiilmii/Diraamaafikkf irratti Mooraan Aartii Oromoo Komiiwwan adda addaa dhiyeessaa tureera. Komiin kunis Ummatni keenya Yuutuubii irraa hojii keenya hin ilaalu, Views keenya xiqqaa dha waan taheef hojii keenyarraa Galiin argannu baay’ee gadi bu’aafi kkf dhiyaachaa turaniiru. Komii kanarraa kaanee yeroo dheeraaf Qorannoolee adda addaa gaggeessinee turre bu’uura gochachuun, #Hojiin Hubannoo cimsuu dirqama tahee […]

Lallabaan wangeelaa beekamaan kun namoota gay ta’an nan fayyisa jechuun lallabaa ture, dhaabni teessoon isaa UK ta’e ‘openDemocracy’ jedhamu ammoo kun sirrii miti jechuun himannaa eegale. Qaamni himannaa TB Jooshuwaa irratti bane kun yoo xiqqaate viidiyoowwan torban kanneen bara 2016 fi 2020 gidduu YouTube nama wangeelaa kanarratti fe’aman erga sakatta’ee booda YouTube’tti iyyate. YouTube akkaawuntii nama wangeelaa […]
Gorsa Ogummaa: Rogeeyyii/Hayyootaa fi Miidiyaalee Oromoo keessattuu kanneen Qabsoo Oromoo keessatti qooda olaanaa gumaachuuf onnachaa jirtaniif: – Abdiisaa Bancaa Jaarraatiin —– Rakkoo waloo akka sabaatti Ummata Oromoo yeroo ammaa mudate kanaan walqabsiisee akkuma kanaan dura ogummaa kiyyaan wan danda’u deeggarsa gochaa ture ammas hanqinnoota argu ilaalaa caljechuu waan hin dandeenyeef gorsa Ogummaa muraasa qaama ilaallatu […]
Labsiin haasaa Jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa ittisuu fi too’achuuf bahe falmii dheeraan booda sagalee caalmaan ragga’e.
Uggura Marsaalee Hawaasaa Irra aanuudhaaf Tooftaalee Barbaachisoo ta’an Furmaata 1 hanga 3 tarreeffamanii jiran duuka bu’aatii hordofaa. waliif dabarsaa
Marsaalee Hawaasummaa irratti namootni dhiibbaa uumuun beekkamman Waggoottan Muraasa Darban kana keessatti Galiin isaanii haala nama ajaaibsiisuun dabalaa dhufuu Gabaasni bahe tokko agarsiiseera.
Dhaabbanni Guddichi Addunyaa keenyaa, Dhaabbanni Google yeroo ammaa, addunyaa guutuu keessaa dhaabbilee 200 ol kan qabu, yommuu ta’u, Yuutuubiin dhaabbilee Gurguddoo kanneen keessaa isa tokkoodha.
Namoonni hedduu viidiyoo tolaan daawwachuuf Yuutubii filatu. Haa ta’u malee, dawwachuufi ittiin beekamuuf qofa osoo hin taane madda galiis erga ta’e tureera.