Feesbuukii Instaagiraamii Leenjii fi Gorsa TQO Linkid Iinii Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoo Daldalaa Rakkoolee Qinqaanii Tiwiitarii Yuutuubii

Gorsa Ogummaa: Hayyootni/Rogeeyyiin fi Miidiyaaleen keenya Bara Addunyaan Ganda tokko ta’aa jirtu kanatti akkamitti hojii milkaa’e salphatti hojjachuu dandeessuu?

Gorsa Ogummaa: Rogeeyyii/Hayyootaa fi Miidiyaalee Oromoo keessattuu kanneen Qabsoo Oromoo keessatti qooda olaanaa gumaachuuf onnachaa jirtaniif: – Abdiisaa Bancaa Jaarraatiin —– Rakkoo waloo akka sabaatti Ummata Oromoo yeroo ammaa mudate kanaan walqabsiisee akkuma kanaan dura ogummaa kiyyaan wan danda’u deeggarsa gochaa ture ammas hanqinnoota argu ilaalaa caljechuu waan hin dandeenyeef gorsa Ogummaa muraasa qaama ilaallatu […]

Barnoota Adda Addaa Feesbuukii Hanna | Hacking Instaagiraamii Linkid Iinii Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Marsaalee Hawaasaa | Social Medias Odeeffannoollee Adda Addaa Tiwiitarii

Osoo isin hin beekin Eenyummeessaan(Account) Marsaalee hawaasaa keessan isin jalaa haqamuu akka danda’u beektuu? – #Dubbisaa waliif qoodaa

Marsaalee Hawaasaa add addaa yeroo amma hedduun keenya fayyadamnu maxxansaalee adda addaa guyyatti itti-maxxansinu ykn barreessinuuf mataa mataattii daangeffama seerawaa(Upper limits of contents sharing) kan qaban yoo tahu, daangeffama kanaa ol maxxansinee yoo argamne, qabiyyee keenya dhoksuu irraa qabee hanga Eenyummeessaan(Account) keenya yeroo akka hojii-dhaabu(Temporary restriction), akkasumas adabbii sanaan hin dhaabbannu yoo tahe hanga guutumatti […]