Baroota Dheeraadhaaf Muuziqaa/Fiilmii/Diraamaafikkf irratti Mooraan Aartii Oromoo Komiiwwan adda addaa dhiyeessaa tureera. Komiin kunis Ummatni keenya Yuutuubii irraa hojii keenya hin ilaalu, Views keenya xiqqaa dha waan taheef hojii keenyarraa Galiin argannu baay’ee gadi bu’aafi kkf dhiyaachaa turaniiru. Komii kanarraa kaanee yeroo dheeraaf Qorannoolee adda addaa gaggeessinee turre bu’uura gochachuun, #Hojiin Hubannoo cimsuu dirqama tahee […]
Hogganaan Imaammata Nageenyaa Feesbuukii Naatinaa’el Gileecher ibsa miidiyaaleef kenneen, fuulawwanfi, Eenyummeessaawwan sobaa 176 Itoophiyaa irratti xiyyeeffachuun odeeffannoo maxxansan ugguramuu hime. Dhaabbatichi kan kana beeksise Gabaasa Amaloota Qindaa’aa waan jedhan hin fakkaanne [Coordinated Inauthentic Behavior] jechuun guyyaa Roobii baaseen. Qorannoo gaggeeffameen Eenyummeessaalee Feesbuukii 65, fuulota Feesbuukii 52 fi Gareewwan 27 fi Eenyummeessaa Inistaagiraamii 32 haqamaniiru. Fuulawwan, Eenyummeessaalee fi gareen […]
Biyya Itoophiyaarratti Aggaammiin Qinqaanii ‘Lola Piraamidii Gurraachaa’ jedhamu godhamaa jira jedhame. #Gabaasa_INSA – Dhaabbatni Eegumsa Nageenya Odeeffannoo Interneetaa fi Cimdaa biyya Itoopyaa(INSA) jedhamu kaleessa ibsa baaseen akka jedhutti, Yeroo ammaa Aggaammiin(Cyber Attack) kan Qinqaanii haaraa ‘Black Pramid War – Lola Piraamidii Gurraachaa’ jedhamu Koompitaroota haaraa Kuma-37 tahan irratti xiyyeeffate yaalii adda addaa taasisaa kan […]
Kana beektuu laata? – #Dookumantii PDF tokko haala salphaan .DOC tti jijjiirachuuf: Yeroo baay’ee namootni heddu Dookumantiiwwan adda addaa Gosa #PDFtiin jiru gara #Doc jijjiirachuuf ni rakkatu, kanaafis #Moosajjiilee adda addaa interneeta irra barbaadaanii bitachuu ykn marsaa-yaalii(trial version) dhaan hamma yeroon irraa dhumutti fayyadamu. Amma Garuu tooftaaleen add addaa haala salphaan #Dookumantii PDF gara DOC […]
Itoophiyaatti, Seektarri Telekoomii Olaantummaa Mootummaatiin Dhaabbatni tokkochi Ethiotelecom dhuunfachuudhaan rakkoolee adda addaafi kisaaraa siyaas-diinagdee biyya keenyaatiin shoora olaanaa kan taphate akka ture irra deddeebiidhaan oroict.com qeeqa adda addaa barreessaa turuun keenya ni yaadatama. Rakkoon kun rakkoo dhuunfaa qofa osoo hin taane rakkoo akka biyyatti kan ilaalamu tahuu hubatamee Mootummaanis Furmaanni kan dhufu yoo Dhaabbatni Telekoom […]
Gaffii hayyoota Oromoo biyya keessaa fi biyya alaa irraa waggaa 5 oli dhaabbatichi tajaajila hiikkaa Afaan Oromoo akka jalqabuuf gaafatamaa ture yeroo lammaaffaaf dhaabbatichi deebii kan kenne ji’oota afur dura akka ibsuun keenya ni yaadatama. Yeroo jalqabaatiif dhuma bara-2017 Jechoota Afaan Oromoo gara Afaan Ingiliizitti hiikame Mil.1 fidaa jedhee kan ture tahus, akka dhaabbatichaaf kennamu […]