The basic premise of search engine reputation management is to use the following three strategies to accomplish the goal of creating a completely positive first page of search engine results for a specific term…
Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse. Mark Ibsa baldhaa galma ummanni hedduu hirmaatetti hawaasa fuuldura dhaabbatee dhiyeesse.
Ogeeyyotni Eegumsa Saayibarii Qorannoo adeemsisaniin Deeggarsa Mootummaatiin kan deeggaramu duulli aggaammii saayibarii jalqabuutu himame.Duula aggaammii jabaa kanaaf Biyyootni Afrikaa Giddugaleessaa, bahaafi Kibbaa xiyyeeffannoo keessa galuun himameera.
Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba daaw’achuu Waajjirri Muummee Ministeera Itoophiyaatu gabaaseera.
Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe jedhameera – At only 2018, 2.7 billion dollars to cyber attack – oroict.com
Qafoon haaraa fuulleen isaa ofirra dadacha’u ykn walitti cabu kan dhaabbanni SAMSUNG oomishaa jiru Maamiltootni dursanii itti fayyadamuu eegalan fuulleen qafichaa nujalaa cabaa jira jechuun himate dhiyaateen walqabatee dhiyeessiin qafichi gabatti dhufuun tursiisuutu himame.
Qorannoon idil-addunyaa akka eeretti ummanni Miliyoona 23tti tilmaamamu jecha-darbii(password) isaanii 123456 godhatanii fayyadamaa jiraachuu himeera.
Irra deddeebiidhaan Interneeta yoo fayyadamtan qarshii guddaa fudhataa? Tartiiba kana ilaalaa – በተደጋጋሚ ኢንተርኔት ገብተው ሲወጡ በዛ ያለ ገንዘብ እየተወሰደ..
Feesbuukiin odeeffannoo sobaa fi rakkoo uumuu dandeesisan ittisuuf fooyyaa’insa bal’aa akka godhu beeksisee jira.
LG yeroo ammaa kana immoo bilbila ammayyaa moodeela haaraa hojjechuuf ta’uu ibsameera. Kunis Tekinoolojii jalqabaa