Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

Oduu Simbirtuu | Dhaabbata Guddicha Idil-Addunyaa Google irratti Adabbiin qarshii doolara Bil.1.7 kaayame.

Oduu Simbirtuu – Dhaabbata Guddicha Idil-Addunyaa Google irratti Adabbiin qarshii doolaraan Bil.1.7 kaahame. Bit.21/2019 oroict – Dhaabbatni tajaajila barbaacha Interneetaa kennuudhaaan beekkamu Google irratti adabbiin qarshii doolara biyya Ameerikaa Bil 1.7 kaa’amuu ibsameera. Adabbii kana kan dabarse Dhaabbata Gamtaa Awuroophaati. Gamtichatti, komishiinarri waldorgommii daldalaa Margaafeetaa jedhamu akka ibsanitti Sababni adabbii kanaa Seera-dhabdummaa tajaajila kenniinsa toorarraatiin […]

Beeksisa Hojii Marsaalee Ammee Piroojektii

Beeksisa Gita Hojii Banaa – Dhaabbata Qubee Technologies baase

Contact Details Company    :         Qubee Technologies Company Name/ Contact Person        :           Qubee Technologies E-Mail  :           contact@oroict.com oromoict@gmail.com Phone  :           0904432625/ Company Description Qubee Technologies (oroict.com) is an Ethiopia based software development and IT consulting firm, that specializes in providing professional grade software development services for personal, small to large organizations. We provide a full complement […]

Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa Waa'ee oroict.com

Guddina Afaan Oromoofi Rakkoolee ijoo Afaan Oromootiin walqabatu kanneen beekuu qabnu

Afaan Oromoo osoo Abbaa qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa ta’a ture.
Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo Oromiyaati.
Afaan Oromoo Afaan hojii Mootummaa Federaalaa ta’uun dura Afaan hojii Waajjiraalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa tahuu qaba.
Ani, ati, isheen, inni, isaan, isin hundi keenya AFAAN Jaalannu kanaaf maal gumaachine?

Yaada Furmaataa……

Marsaalee Ammee

Minsteerri Innooveeshinii Fi Teeknooloojii, Siistam Paawar Wajjiin Waliigaltee Malatteesse

Minsteerri Innoveeshinii fi Teeknooloojii dhaabbata Siistam Paawar waliin waliigaltee hojii mallatteesse. Waaliigaltichi misooma innoveeshinii fi ijaarsa wiirtuu innoveeshiniif, carraa hojii uumuu innoveeshinii fi teeknooloojii, gargaarsa faayinaasii innoveeshinii fi bu’aa proojaktii teeknooloojii, hojiilee qorannoo innoveeshinii fi bu’aan teeknooloojii gahee diinagdee guddisuu fi carraa hojii uumuu ilaalchisee fi dhimmoota biroo irratti waliin hojjachuu kan dandeessisu jedhameera. Waliigalticha […]