Marsaalee Ammee Piroojektii Waa'ee oroict.com

HORDOFTOOTA, MAAMILTOOTA KEENYAAfi UMMATA OROMOO Kabajamoo hundaaf:- OROMO ICT APP

Kaayyoon Garee OROMO ICT ykn www.oroict.com (Qubee Technologies) guddaafi inni ijoon Hanguma dandeettii keenyaatiin, waanuma dandeennuufi beeknuun irratti gama Tekinoolojii Qunnamtiif Odeeffannoo(ICT Concepts) irratti waan ummata keenya ni fayyada jennu isiniif dhiyeessuun HUBANNOO Hawaasa keenyaa cimsuudha. Kanaaf, yeroo yerotti barruuleefi maxxansaalee keessattuu haala yerootiin walqabatan irratti xiyyeeffannee, keessattuu Barnoota Koompitaraa Barnoota Mobile Itti Fayyadama Marsaalee […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Bilbilli Ammayyaawaan(Smart phone) maaliif Fayyadamaa fudhachuu dida, Furmaanni hoo maali? – Kutaa 2ffaa

Bilbilli Ammayyaawaan(Smart phone) maaliif Fayyadamaa fudhachuu dida, Furmaanni hoo maali(Why Smart Phones shows errors while installing Apps and How to Fix it?) – #Kutaa 2ffaa – #share godhaa Odeeffannoo keenya kaleessaa keessatti Mobile Ammayyaawaan(Smart Phones) maaliif Fayyadamaa(App) fudhachuu dida isa jedhu keessatti rakkoolee sababa ta’ani, Furmaata wajjiin hanga 3 tarreessinee turre. Hardha immoo kutaa itti […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Bilbilli Ammayyaawaan maaliif Fayyadamaa[App] itti fe’uu ykn fudhachuu dida, Furmaanni hoo maali?

Bilbilli Ammayyaawaan maaliif Fayyadamaa fudhachuu dida, Furmaanni hoo maali(Why Smart Phones shows errors while installing Apps and How to Fix it?) – Kutaa 1ffaa Yeroo ammaa hedduun ummata addunyaa bilbila mijaawaa, bareedaafi ammayyaawaa ta’e, hunduu akkuma humna isaatiin bitatee dhimma itti bahutti jira. Haala guddina tekinoolojii saffisaatiin kan qalqabate jijjiiramni bilbila harkaa ykn bilbila socho’aa […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Teessoon Ergaa Jiimelii(Gmail E-mail Address) nama tokkoo Maaliif, Akkamitti hatama, Akkamitti immoo deebifanna

Teessoon Ergaa Jiimelii(Gmail E-mail Address) nama tokkoo Maaliif, Akkamitti hatama, Akkamitti immoo deebifanna – Tartiiba armaan gadii hordofaa – Share waliif gochuun walii dabarsaa Tooftaa gabaabaa Eenyummeessaa Jiimelii[Gmail Account] isin jalaa cufame Banachuufi Jecha Darbii yoo wallaaltan deebifachuu(Password Recovery) oolu. Yeroo amma Teessoon Ergaa(E-mail Address) daandii hawaasni hedduun hojii guyyaa guyyaa ofiitiif ittiin walqunnamaa jiru […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Mala Salphaan fayyadamuun Ergaa(E-mail: Outlook, gmail, Yahoo) isin jalaa bade deebifachuu dandeessu.

Mala Salphaan fayyadamuun Ergaa(E-mail: Outlook, gmail, Yahoo) isin jalaa bade deebifachuu dandeessu. Ergaa isin jalaa bade deebifachuuf tartiiba kanaa gadii duuka bu’aa. 1) Outlook irraa ergaa bade deebifachuuf, Teessoo ergaa keessan keessa seentanii gara gubbaa irraa ‘Recovery deleted items’ isa jedhu keessa barbaaddanii argattu. Suuraa armaan gadii ilaalaa Sana booda ‘Recover’ jennee – OK jenna […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Marsaalee Hawaasaa

Facebook irratti Maxxansaalee hin barbaadne Ugguruufi kanneen barbaaddan qofa ilaaluu dandeessu.

Facebook irratti Maxxansaalee hin barbaadne Ugguruufi kanneen barbaaddan qofa ilaaluu dandeessu. #Uggurri(Block) gosa 6 oltu jira. – OROMO ICT – #SHARE godhaa waliif dabarsaa Yeroo amma dhaabbanni Feesbuukii Dhaabbilee marsaalee tajaajila Hawaasaa keessaa jaalala olaanaa kan horate waan ta’eef, Kaayyoo isaa tajaajila hawaasaa irratti xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjachaa jira. Inumayyuu haala saffisa tekinoolojii kanaa yoo […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

INTARNEETII IRRATTI OF-EEGGANNOOF BEEKKUMSA BARBAACHISU

Kutaa 2ffaa – SHARE – Ferhan Abdulselam Haakiingi (Hacking):  Sooftweerii ykn haardweerii kompiyuutara tokkoo jallisuudhaan kaayyoo kompiyuutarichi tolfameefiin ala kaayyoo biraa ittiin geggeessuu jechuudha. Kunis laafina siistama kompiyuutara tokkoo ykn neetworkiin tokko qabu (qaawa laafaa) adda baasuun laafina ykn dadhabina isaatti fayyadamanii keessa seenuu jechuudha. Haakiingi jechuun salphumatti hanna bifa virtual taheen adermsifamu jechuu dandeenya. […]

Marsaalee Ammee

Dhaabbanni Fesbuukii oduu Fesbuukiirra mul’atan irratti jijjiirama godhuufi.

Fesbuukiin odeeffannoo irratti mul’atu jijjiiruun maxxansaalee biznasii, daldalaafi miidiyaaleen barreessan haalaan akka hinmul’anne gochuufi. Waltajjii Fesbuukii dhimmoonni maatii fi hiriyaa gidduutti haasaa fi marii fidan irratti xiyyeeffannaa kennuu barbaanna jechuun hojii gaggeessaa olaanaa dhaabbata Fesbuukii Maark Zuukarbarg fuula Fesbuukii isaanii irratti barreessaniiru. Sababa kanaanis maxxansi dhabbattoota akka kanaan duraattii namoota qaqqabuun isaa gadi hir’achaa akka […]

Dhimma Fayyaa Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Bilbila Ammayyaawaa – Smart Phones

‘SmartPhone’ – Dr Nuredin Luke ~ Ifni moobayilafi meeshalee ‘electronics’ keenya irraa ifu qaama ija keenyaa reetinaa kan jedhamu miidha. Guyyatti sa’aa hedduuf ifa kanaaf yoo of saaxille (keessatu galgala ykn yeroo dukkanaa) turtii yeroo dheeraan booda ijji keenya waan nu fuuldura jiru akka qulqullefattee hin argine godha. ~ Guyyatti sa’aa dheeraaf ifa kanaaf of […]