#Interneeta Baasii Salphaadhaan yeroo dheeraaf fayyadamaa……. #GaaffiiNama Hedduu. #share Yeroo ammaa #Interneetni hojii keenya kan #daqiiqaafSekondiidhaanraawwachaa, hordofaa, fikkf jirru keessatti nama heddu biratti #Nyaatacaalaa iddoo guddaa argateera. Kanaafuu mallaqa keessan #qusachuufbarreeffama kana hordofaa… Asiin dura #maxxansakoo Haala #qusannoo mallaqaa yeroo #Interneeta fayyadamtan maxxanse(#BackGroundRestrict) irratti hedduun keessan fayyadamoo ta’uu keessan keessaan naa ibsaa turtan. Akkasuma warri hanga ammaa isiniif #milkaayuu didee mallaqni hedduu daqiiqaa fi secondii muraasa keessatti isin irraa […]
Aggaammii(Miidhaa) Saayiberii haala kamiin qolachuu dandeenya(How to protect Online Cyber Attack) Addunyaan amma keessa jiraachaa jirru yeroo icciitenyi saayiberii(Cyber Security), Balaa saayibarii(Cyber Crime) jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti baratamaa ta’uu bira darbee, jireenya nama dhuunfaafi dhaabbatoota adda addaa keessatti icciitii isaanii hatuufi saamuudhaan ogeeyyiin koompitaraa kasaaraa guddaa geessisaa kan jiraniifi haalichi yeroo dhaa gara yerotti […]
Miidhaawwaan Bilbilli Ammayyaawaan(Disadvantage of having SMART PHONE) geechisu keechaa muraasni kanneen armaan gadiiti: 1) Qaamni barbaade ykn namni barbaade osoo isin hin beekin faana isin dhahuu dandaha. Innis qaamni mootummaa ykn dhuunfaan osoo isin hin beekin Iddoo isin jirtan ilaalee isin hordofuu akka danda’u gochuuf bilbilli ammayaawaan gahee olaanaa qaba. kunis Fayyadamaa ykn App tajaajila […]
Jijjiirama Afaan Oromoo agarsiisaa jiruufi, HIIKKAAN FEESBUUKII AFAAN OROMOO dabalatee Maaltu JIRA, Ibsa Gabaabaa kana waliif dabarsaa.
Eenyummeessaan Maamiltoota Biliyoona 3 Dhaabbata YAHOO JALAA Hatamuufi FURMAATA. Dhaabbanni YAHOO Sadarkaa Idil-Addunyaatti Maamiltoota hedduuf Tajaajila TEESSOO ERGAA(Email-Address) kennuudhaan kan tajaajilu dhaabbata gudaadha. Haata’uu malee, yeroo Jalqabaatiif Bitootessa 2013, Yaalii Hannaa dhaabbata kanarratti taasifameen deetaan Maamiltoota Biliyoona 1 ta’an hatamuu dhaabbatichi kan ifa baase bara darbe ture. Amma immoo akka Oduun haaraa guyaa kaleessaa as […]
Akkaataa #Mi’oota keenya(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaafi Dookumantii, #Qabeenyaafi Odeeffannoo dhuunfaa keenya itti eeguuf nu fayyadu: Kutaa 2ffaa Bilbila/Koompitara keenya yeroo hundumaa JECHA DARBII(Password)dhaan cufuu qabna. Kunis mi’a(device) keessan yeroo isin bira hin jirretti namni biraa akka hojii hin taane ittiin hin hojjanneefi deetaa keessan kan icciitii qabaachuu danda’u akka isin jalaa hin saaxilamneef fayyada. Hub: Yeroo kamuu […]
Akkaataa #Mi’oota(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaa, Dookumantiifi #Odeeffannoo dhuunfaa keenya Toorarratti(Online) itti eeggachuuf nu fayyadu keessattuu Qinqanii[virus] walqabatee.. Hedduun keenya akkuma hubannoo qabnu, Qinqaniin(Virus) Sagantaa(program) ogeeyyiin koompitaraa hojjatanii ummatatti gadi lakkisuudhaan #Bilbila ammayyaawaa(smart) fi #Koompitara keenya akka miidhu, ykn balleessu godhaniidha. Kunis cal jedhamee osoo hin taane, dandalaaf ykn bashannanaaf, akkasumas dandeettii ofii agarsiisuuf ogeeyyiidhaan kan hojjatamuudha. Wanti […]
Bilbila Android SAFFISA Gaarii akka qabaatu yoo barbaaddan Tartiiba kanaa gadii hordofaa Maloota SAFFISA Bilbila Andriod Dabaluuf Oolan: Bilbilli keessan saffisuu dideeraa? Bilbilli keessan isin harkatti caljedhaa? #Stack godhaa? Bilbilli ammayyaawaan (Smart phone) keessan Saffisa isin barbaadaniin hin deemu taanaan tartiiba kanaa gadii hordoftanii sirreeffachuu dandeessu. Malootni saffisa Bilbila keenyaa dabaluuf oolan: Fakkina Sochii cufuu—Turn […]
Ajaja CMD – Comand Line fayyadamnee akkamiin Saffisa Interneetaa Dabaluu dandeenya? Dura ‘PING PACKET’ gara Gate waye erguun saffisa Interneeta keenyaa barra. Gateway keenya beekuuf: ipcongig /all jennee CMD irratti barreessina itti fufneetuma Gateway asii olitti arganne kana Faana dhoofna ykn PING goona. ping -t <your default gateway address> yeroo muraasa keessatti yoo nuuf deebi’e […]
Ofeeggannoo: Amma Booda Itoophiyaa keessatti qafoo argitan fayyadamuu hin dandeessan Kanaan booda Itoopiyaa keessatti Qafoo argitan bittanii fayyadamuu waan hin dandeenyeef, Gorsa armaan gadii hordofuun dirqama. Qafoon tokko yeroo hojjatamu lakkoofsa qafoo ykn lakkoofsa addaa kan dijiitii15 qabu IMEI jedhamu wajjiin hojjatama. Lakkoofsa Koodii IMEI kana beekuuf *#06# jechuun Mobile keenya irratti barreessinee yoo […]