Dhaabbatni #Ethiotelecom Jaarraa 2 ol rafaa ture, Tajaajila Qulqullina hin qabneefi Maamiltoota saamuun kan beekamu Reefuu hirribaa dammaqee akka lubbuun keessaa hin baane wixxifachaa jira. Ethiotelecom tajaajila haaraa #telebirr jedhamu kan Qarshii kuufachuu, daddabarsuu, Kafaluuf, Mallaqa fudhachuuf oolu jalqabuusaa beeksiseera Dhaabbatni Tokkichi Tajaajila Telekoomii Biyya keenyatti Ummata Mil.110 oliif Dhiyeessu(Monopoly Telecom Service Provider in Ethiopia) […]
Itoophiyaatti, Seektarri Telekoomii Olaantummaa Mootummaatiin Dhaabbatni tokkochi Ethiotelecom dhuunfachuudhaan rakkoolee adda addaafi kisaaraa siyaas-diinagdee biyya keenyaatiin shoora olaanaa kan taphate akka ture irra deddeebiidhaan oroict.com qeeqa adda addaa barreessaa turuun keenya ni yaadatama. Rakkoon kun rakkoo dhuunfaa qofa osoo hin taane rakkoo akka biyyatti kan ilaalamu tahuu hubatamee Mootummaanis Furmaanni kan dhufu yoo Dhaabbatni Telekoom […]
Gabaasni BBC Afaan Oromoo Baasii Interneetaarratti qopheesse Bu’uura hin qabu Dhaabbileen China karaa Itiyoo-Telekoom Ummata Saamaa jiru Qafoowwan China Mosajii Hannaa itti-fe’ame kan hanna icciitii-dhuunfaafi basaasummaaf oolu 200,000 ol Afrikatti argame Dhaabbtni Itiyoo-telecom waggaa lama dura fooyya’iinsa gatii tajaajiloota telekoomii yeroo lama taasisee kan ture yommuu tahu isa dura sadarkaa Idil-Addunyaatti dhaabbata tajaajiloota telekoomii gatii […]
#Ethiotelecom maaf tan duraatuu dhabe?, Rakkoolee Dhaabbaticha keessa jiraniifi Madda Rakkoo Tajaajila Telekoomii Itoophiyaa, Hanqina Hooggansa Haaraa fi Rakkoolee Walxaxaa duraafi Ammas jiru fi Yaada Furmaataa