Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee

Bilbila Bishaan Keessa isin jalaa akkamitti Balaa jalaa oolfachuu dandeenya: oroict.com solutions

Bilbilli Ismaart {smart Phone] keessan Yoo Bishaanitti Kufe, Rifachuu ison hin barbaachisu. 


Bilbilli Ismaart {smart Phone] keessan Yoo Bishaanitti Kufe, Rifachuu ison hin barbaachisu. Bilbila Bishaan Keessa isin jalaa akkamitti Balaa jalaa oolfachuu dandeenya kan jedhuuf Furmaatni Isaa Salphaafi Gabaabaadha.

Tartiiba kana Hordofaa

  • Hatattamaan Bishaan keessaa fuudhaa cufaa[Turn off power]
  • Hatattamaan dhagaa keessaa Baasaa[Remove Battery]
  • Akkasumas SIM illee keessaa baasaa[also Remove SIM Card]
  • Vaakuum Fayyadamaa[Use Vacuum]
  • Korojoo Rice jedhu fayyadaa[use Rice bags]

Haala kanaan Bilbila keenya Balaa jalaa oolfachuu dandeenya!

 

Horaa Bulaa

OROMO ICT[sgmb id=”1″]

Author

abdiisaa

Comments (2)

  1. ifarganblog
    April 15, 2018

    vacuum fayyadamaa,korojo rice jechuun maali? ibsa gahaa

  2. Qayyo heydar
    January 24, 2019

    Jabaadha

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *