Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Bilbilli Android akka ariifatu yoo barbaaddan (saffisa) jechuu kooti tartiiba kana hordofaa.

Bilbilli keessan saffisuu dideeraa? Bilbilli keessan isin harkatti caljedhaa? #Stack godhaa? Bilbilli ammayyaawaan (Smart phone) keessan Saffisa isin barbaadaniin hin deemu taanaan tartiiba kanaa gadii hordoftanii sirreeffachuu dandeessu. Malootni saffisa Bilbila keenyaa dabaluuf oolan: 1. Fakkina Sochii cufuu—Turn OFF Animation Kana gochuufis: Menu -> Setting-> About device-> Build Number irra deddeebinee saffisaan dhoofna hanga yeroo 7 […]

Beeksisa Waldorgommii Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Maamiltootni keenya Hattoota irraa ofeeggadhaa jedha – Ethiotelecom.

******************************************************************** Maamiltootni tokko tokko kaardii akuma guutataniin nujalaa fudhatamaa waan jiruuf itti fayyadamuu hin dandeenye jechuudhaan himata dhiyeeffatani irraa ka’uudhaan dhaabbatichi, himata dhiyaate mirkaneeffachuuf yaalii taasiseen, Namootni ykn gareen Hattootaa hanna irratti bobba’an tajaajila Ethio-gabataa(*999#) fakkeessuun dhaan karaa adda addaatiin akka ummanni itti fayyadamu godhuudhaan Maamiltoota keenyarratti gocha seeraan alaa raawwachaa jiraachuu irra geenyee jirra […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Chaarjeriin Moobaayilaa akkamitti hojjata?

Yeroo bara moobaayilaa kanatti bilbilli keenya firootaa, hiriyootaa fi addunyaa tanaan 24/7 wal nu qunnamsiisee jira. Sababa kanaaf; bilbila keenya hedduu jaalanna. Wanti nama gaddisiisu garuu chaarjii dafee dafee fixuu isaati. Fixus nuti ima chaarjesina. Hundumaafuu; mee an gara ijoo dubbii kiyyaatti haa deebi’uu. Chaarjeriin nutti moobaayilaan chaarjesinu kun akkamitti akka hojjatu beektuu? Chaarjerii keessa […]

Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Dhaabbanni ITIYOO-TELEKOOM Maqaa #FRAUD(Gocha Seeraan alaa) jedhuun #SIM fi #QAFOO maamiltoota heddu irraa cufaa jira

Rakkoon kun, bifa adda taheen isaan mudachaa jiraachuu fayyadamtootni bilbila harkaa kan duraa caalaa, komiin hedduu biyyattii kutaa garagaraa irraa dhagahamaa kan jiru yoo tahu, Sababbiin rakkoon kun taheef maal akka tahe OROMO ICTn qorateera. Dhaabbanni tokkichi biyya Itoopiyaa, tajaajila Telekoomii kophatti too’achuudhaan beekkamuufi Baha Afrikaa bira darbee hanga sadarkaa Idil-addunyaatti, Dhaabbolii Telekoomii maamiltoota heddu […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Dhaabbanni Gogilii Sirna-Hojmaataa Haaraa Andirooyidii P jedhamu Beeksise – Google Announced Android P Operating System)

Dhaabbanni Google Sirna Hojmaata Haaraa Andirooyidii P jedhamu Maamiltootaaf ifa godheera. Sirni Hojmaata haaraa kun, tajaajiloota asiin dura jiru baay’inaan kan ofkeessatti hammateefi jijjiiramni hedduu kan irratti godhame tahuu ibsameera. Haata’uu malee, Sirna Hojmaata haaraa kana kan adda isa godhu, tajaajila Waa’ee Fayyaa keenyaa guutumatti too’achuuf nugargaaru of keessatti hammatee jiraachuusaati. Dabalataanis; Sirna Hojmaata haaraa […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Kaartaa Google irraa Maqaa Sirreessuuf ykn Guutumatti haksiisuuf (Suggest edits to a place or flag it for removal)

Dhaabbanni guddaan addunyaa keenyaa dhaabbilee garagaraa 200 ol qaba. Isaan keessaa Google Map isa tokkoodha. Dhaabbanni Google Map kun Kaartaa addunyaa adda addaa kanneen akka Kaartaa Biyyootaa, Magaalotaa, iddoowwan bebeekkamoo, iddoowwan seena-qabeeyyii, biyyoota guddatan keessatti immoo hanga mana dhuunfaa hunda Sirna(System) isaanii irratti walitti qabuun, namni ykn gareen namootaa ykn Dhaabbattni tokko maqaa sanaan yoo […]