Beeksisa Waldorgommii Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Maamiltootni keenya Hattoota irraa ofeeggadhaa jedha – Ethiotelecom.

******************************************************************** Maamiltootni tokko tokko kaardii akuma guutataniin nujalaa fudhatamaa waan jiruuf itti fayyadamuu hin dandeenye jechuudhaan himata dhiyeeffatani irraa ka’uudhaan dhaabbatichi, himata dhiyaate mirkaneeffachuuf yaalii taasiseen, Namootni ykn gareen Hattootaa hanna irratti bobba’an tajaajila Ethio-gabataa(*999#) fakkeessuun dhaan karaa adda addaatiin akka ummanni itti fayyadamu godhuudhaan Maamiltoota keenyarratti gocha seeraan alaa raawwachaa jiraachuu irra geenyee jirra […]

Beeksisa Waldorgommii

Haalli Filannoo Waldorgommii Dhaabbata Youth Citizen Enterpreneurship Competition[YCEC] Jijjiirame… #SHARE

Haalli Filannoo Waldorgommii Dhaabbata Youth Citizen Enterpreneurship Competition[YCEC] Jijjiirame… #SHARE Filannoon Piroojektiin keenya #CCT haala gaariin adeemaa akka jiru hedduun keenya duuka buunee hordofaa jirra, Kanaaf immoo Ilmaan Oromoo hundi keessanuu Ulfaadhaa. Wal Malee Maal Qabna Haa ta’uu malee #Gaaffilee Namootni adda addaa kaasaniin walqabsiisee Dhaabbanni #YCEC haalaa #FILANNOON(Vote) itti gaggeeffamu jijjiiruuf murteessee Kaleessaa sa’aatii […]

Beeksisa Waldorgommii Marsaalee Ammee

Waldorgommii Facebook Namoota Waa Uumuu Danda’aniif baase:OROMO ICT

Waldorgommii Facebook Namoota Waa Uumuu Danda’aniif baase! Dhaabbanni Guddaan addunyaa amma keessa jirruu, Facebook jedhamuun kan beekkamu, Namoota waa uumuu danda’an keessattuu biyyoota guddina Teekinoolojiitiin sad. gadi aanaa irra jiran kanneen akka Biyyoota Baha Giddugaleessaa(middle East), Biyyoota Afrikaa Kaabaa(North Africa) fi Biyyoota Afrikaa Saharaa gadii(Sub-Sahara) dhaaf Carraa waldorgommii haaraa Baasee jira. Dhaabbanni guddaan kun  gama Teekinoolojii […]