Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Qeeqa BBC Afaan Oromoo Maxxansa Tekinoolojii kan mataduree ‘Mallattoo 7n butamuu bilbilaa argarsiisan jedhurratti.

Gaazexeessitoota Teenya Dhaabbata BBC Afaan Oromootiif.– #Ergaa kana share godhaa BBC News Afaan Oromotiin naa gahaa ******************************************************* Gaazexeessitootni keenya BBC Afaan Oromoo keessa jirtan Hojii boonsaafi saba keenya ceesisu yeroo gabaabduu keessatti hojjattanii nutti agarsiiftanii jirtu, gara fuulduraa hanga akka hojjachuu dandeessaniif humna jabaa isin keessa jiru ifatti raggaasifattanii jirtu. Haa tahuu malee Yeroo add […]

Beeksisa Waldorgommii Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Maamiltootni keenya Hattoota irraa ofeeggadhaa jedha – Ethiotelecom.

******************************************************************** Maamiltootni tokko tokko kaardii akuma guutataniin nujalaa fudhatamaa waan jiruuf itti fayyadamuu hin dandeenye jechuudhaan himata dhiyeeffatani irraa ka’uudhaan dhaabbatichi, himata dhiyaate mirkaneeffachuuf yaalii taasiseen, Namootni ykn gareen Hattootaa hanna irratti bobba’an tajaajila Ethio-gabataa(*999#) fakkeessuun dhaan karaa adda addaatiin akka ummanni itti fayyadamu godhuudhaan Maamiltoota keenyarratti gocha seeraan alaa raawwachaa jiraachuu irra geenyee jirra […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Chaarjeriin Moobaayilaa akkamitti hojjata?

Yeroo bara moobaayilaa kanatti bilbilli keenya firootaa, hiriyootaa fi addunyaa tanaan 24/7 wal nu qunnamsiisee jira. Sababa kanaaf; bilbila keenya hedduu jaalanna. Wanti nama gaddisiisu garuu chaarjii dafee dafee fixuu isaati. Fixus nuti ima chaarjesina. Hundumaafuu; mee an gara ijoo dubbii kiyyaatti haa deebi’uu. Chaarjeriin nutti moobaayilaan chaarjesinu kun akkamitti akka hojjatu beektuu? Chaarjerii keessa […]