Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse. Mark Ibsa baldhaa galma ummanni hedduu hirmaatetti hawaasa fuuldura dhaabbatee dhiyeesse.
Irra deddeebiidhaan Interneeta yoo fayyadamtan qarshii guddaa fudhataa? Tartiiba kana ilaalaa – በተደጋጋሚ ኢንተርኔት ገብተው ሲወጡ በዛ ያለ ገንዘብ እየተወሰደ..
Feesbuukiin odeeffannoo sobaa fi rakkoo uumuu dandeesisan ittisuuf fooyyaa’insa bal’aa akka godhu beeksisee jira.
Dhaabbata Feesbuukii hooggantootni idil-addunyaafi dhaabbilee qorannoo Tekinoolojii gaggeessan biyyoota gara garaa irraa itti fuulleffatamaa jira
Ragaaleen Feesbuukii miiliyoona 500 fi miiliyoona 40 ta’an sarvaarii Amaazoon irratti akka argamu dhaabbanni Qorannoo Nageenyaa Appigariid jedhamu beeksiseera.
Dhaabbanni Feesbuukii Fayyadamaa icciitenyaa fayyadamuudhaan dhaabbilee dorgomtootaa basaasaa turuu Paarlaamaan Ingliizi ifoomseera.
Feesbuukiin Fayyadamaa ONAVO kan Abjataa cimdaa Mattayyaa(Virtual private Network-VPN) fayyadmuudhaan Tekinoolojii Dhaabbilee dorgomtootasaafi fakkaattota basaasaa turuun himameera.
Eenyummeessaa Feesbuukii keessanii fayyadamuu dadhabdanii? Eenyummeessaa keessan yoo fayyadamtan ykn hiriyyaan keessan maxxansa keessan yoo dubbisuuf yaalu, ‘RAKKOON UUMAME JIRA! – Something went wrong‘ isiniin jedhaa? Eenyummeessaa keessan rakkoon maalii akka mudate wallaaltanii jirtu yoo tahe, Akkasunas furmaata barbaadaa jirtan yoo ta’e akka asiin gadiitti tartiibaan dhiyeessineerra. Akkuma ergaan bifa yaadachiisaatiin isinitti ergame “something went […]
Akka miidiyaaleen Addunyaa gurguddoon akka CNN, The Guardian, BBC gabaasaa jiranitti yoo xiqqaate fayyadamtoota feesbuukii Mil.30 ol ta’an jalaa Odeeffannoon dhuunfaa akka lakkoofsa bilbilaa, Email-address fa’a hattoota Interneetaa(Hackers) hatamuu himame. Kunis Hanna guddaa jalqabaa ta’ee seenaa dhaabbatichaa keessatti galmaayeera. Hattootni Interneetaa kun fayyadamtoota Mil.14 oljalaa immoo odeeffannoowwan dabalataa kanneen akka ‘Iddoo jireenya dhuunfaa fayyadamtootaa, Hariiroo […]
Facebook keenya hatamuu beekuuf tartiibota armaan gadii too’achuufi ofeeggannoo barbaachisu gochuun gaariidha.
- 1
- 2