Baasii Interneeta Mobile Qusachuuf Tartiiba kana Hordofaa:-OROMO ICT Baasii Interneetaa yeroo Mobile Keessaniin Fayyadamtan Qusachuuf Tartiiba armaan gadii hordofaa Maloota shanan, Mobile Keenyaan yeroo interneta fayyadamnu Maallaqa akka nutti hin lakkoofne,gochuuf tartiiba kanaa gadii hordofaa…… OROMOICT Mala isa duraa(1ffaa) 1. Settings seenaa 2. Developer Options filadhaa 3. Background process Limit keessatti 4. No Background […]
Bilbila Ammayyaawaa[SMART Phone] keessan Yeroo Hunda Qulqullinni isaa akka eeggametti Fayyadamuuf tartiiba armaan gadii hordofaa: Bilbilli keessan dandeettiin yeroo bitattan qabuufi yeroo xiqqoo ture qabu jijjiiramaa deemee, hirdhachuun gara dhumaatti dadhabaa ta’a. Dandeettiin bilbilli Smart phone keessan qabu akkasumatti yeroo dheeraa akka turuuf tartiiba armaan gadii hordofaa. Sirna Wiirtuu[Operating System [OS]] qafoo keessanii haaromsuu[keep update […]
Bilbilli Ismaart {smart Phone] keessan Yoo Bishaanitti Kufe, Rifachuu ison hin barbaachisu. Bilbilli Ismaart {smart Phone] keessan Yoo Bishaanitti Kufe, Rifachuu ison hin barbaachisu. Bilbila Bishaan Keessa isin jalaa akkamitti Balaa jalaa oolfachuu dandeenya kan jedhuuf Furmaatni Isaa Salphaafi Gabaabaadha. Tartiiba kana Hordofaa Hatattamaan Bishaan keessaa fuudhaa cufaa[Turn off power] Hatattamaan dhagaa keessaa Baasaa[Remove Battery] […]
Maaltu Mobile keenya Nu jalaa Jaataneessaa(Busy) godha……#Share Godhaa Mobile Nama hedduu yeroo jaatanaa’u(busy ta’u) yeroo wajjin rakkatan namoota hedduu ni argina. Kun sababoota Muraasa armaan gadiif akka ta’e isin hubachiisuu feena…….OROMO ICT….. #share ●Mobile Faayiliidhaan yoo guuutame. Mobile yeroo ammaa kuusaa wantoota adda addaa ta’uun tajaajilaa jira. Keessattuu, suursagaleefi Suuraan wantoota Bilbila keenya Jaataneessan(busy godhan) […]
Mobile Oomisha Duraa[#Original] ta’uu akkamitti beekuu akka dandeenyu. Yeroo hedduu Mobile yeroo bitachuu barbaaddan Ulaagaalee barbaachisaa ilaaluu qabdaniifi Oomishni Mobile tokkoo Oomisha duraa ykn Xabboo[Original] ta’uu akkamitti beekuu akka barbaaddan nu gaafachaa turtan. OROMO ICTnis Ibsa barbaachisaa kennaa ture. Haata’uu malee Maloota kanaan duraa sana caalaa malli SALPHAA fi SIRRIIn kan asii gaditti tarreeffaman kana […]
Yoo Namaa bilbiltan Lakkoofsa Keessan dhoksuuf Yoo nama tokkoo bilbiltan Lakkoofsi keessan lakkoofsa hin beekkamneen ykn lakkoofsa isin bilbiltaniin osoo hin taane lakkoofsa biraatiin akka nama itti bilbilame sana birratti muldhatu gochuun ni danda’ama. Tajaajila kana fayyadamuu namni barbaadu, Tartiiba kanaa gadii hordofaa: 1) Bilbila keessan banaa [Tap Phone] 2) Tartiibni kun akkaataa qafoo keessaniitiin […]
Icciitii Bilbila keessanii kan namni hedduun hin beekne! Namootni hedduun bilbila qabachuu malee Tajaajila barbaachisu hangamtu irraa argachaa jira jennee yoo madaalle, tilmaama keessa seenuun nama rakkisa. Hundaafuu Odeeffannoo muraasa armaan gadii kana ilaala. Namni yoo isiniif Bilbilu “Bilbilli kun tajaajila irra hin oolle” akka jedhu yoo barbaaddan: *21*900# ykn Lakkoofsa tokkicha keessaa dhiisuun […]
Lakkada Icciitenya Bilbila Android [Android Secret codes] —————————— #Lakkada[Code] Bilbila #Android kana Namni hedduu irra deddeebitanii nu gaafachaa jirtu. #Ofeeggannoo: Lakkadda[Code] armaan gadii keessa kan Deetaa qafoo sana keessa jiru #guutumattiballeessu waan jiruuf, fkn Kan akka Factory #reset fa’a bilbila Qulqulleessuuf[ #format] gochuuf kan fayyadu waan ta’eef osoo hin beekin akka hin fayyadamne #ofeeggannoo godhaa! 1. Phone Information, Usage and […]
Of Eeggannoo Mobile, Kaardii Mobile fi Fayyaa Namaa: OROMO ICT *Kaardii Mobile, qubaan hin quuncisinaa, Sababni isaa, lakkoofsi kaarsichaa kan haguugame #silverNitroOxide waan ta’eef, kaansarii gogaa(qaamaa) qaqqabsiisuuf waan danda’uuf. *Baatriin bilbila keessanii yoo xiqqaatee diimaa agarsiise, bilbila ittiin hin haasa’inaa. Sababni isaa, yeroo kana #raadeshiiniin isaa harka 1000n kaan Caalaa waan dabaluuf. *Bilbila keessan of […]