Barnoota Moobaayilaa Marsaalee Ammee

Baasii Interneeta Mobile Qusachuuf Tartiiba kana Hordofaa:-OROMO ICT

Baasii Interneeta Mobile Qusachuuf Tartiiba kana Hordofaa:-OROMO ICT

Baasii Interneetaa yeroo Mobile Keessaniin Fayyadamtan Qusachuuf Tartiiba armaan gadii hordofaa
Maloota shanan, Mobile Keenyaan yeroo interneta fayyadamnu Maallaqa akka nutti hin lakkoofne,gochuuf tartiiba kanaa gadii hordofaa……
OROMOICT

  •    Mala isa duraa(1ffaa)
    1. Settings seenaa
    2. Developer Options filadhaa
    3. Background process Limit keessatti
    4. No Background process godhaa.
    *******oromoict*******

 

  •  Mala isa lammaffaa(2ffaa)
    Play store keenya, yeroo ofii barbaadetti ykn yeroo nuti Interneta fayyadamnu hunda amala ofhaaromsuu(update) of gochuu waan qabuuf, kunimmoo maallaqa keenya fixuuf sababa guddaa guddaa, waan and ta’eef yeroo nuti barbaadne qofatti akka update godhu gochuun dirqama.
    Kunis: yeroo Wi-Fi argatu qofa akka ta’u gochuu qabna.
    tartiibni kana gochuu dandeenyuun: Achuma 1) 1) App Play store banaa
    2) Menu(sarara 3 Gara bitaa gubbarra jiru cuqaasaa)
    3) Settings seenaa
    4) AutoUpdates jedhu jalqabarra jiru seenaa
    5) App updates over Wi-Fi only jedhu filadhaa.
    *******oromoict*******

 

  •  Mala isa sadaffaa(3ffaa)
    Bilbila Keessan 3G irraa gara. 2GI gadi buusuu dha. 3G saffisa guddaa waan qabuuf ammas, hedduu lakkaayutti jira yoo ta’e mala kanaan baasii keenya hirrisuu dandeenya.
    tartiibni kana gochuu dandeenyuun immoo:
    1)setting
    2) more settings
    3)Mobile Network
    4)Network Mode
    5)Select GSM Mode only ykn WCDMA/GSM

Hub: jijjiiramuu isaa baruuf, Network keenya. H+ kan ture G ykn E deebi’a
*******oromoict*******

  •  Malli Afraffaan(4ffaa) yeroo barreeffama dhedheeroo dubbifnu daataa keenya balleessuu(off data) dhaan Baasii interneetaa qusachuu.
    *********oromoict**********
  •  Malli shannaaffan(5ffaa)
    Application Opera Max jedhu buufattanii fayyadamuu dandeessu.
    Kun too’annaa internet fi oola

Haala kanaan Baasii humnaa ol isinitti lakkaayu hirdhisuun ni danda’ama!

 


HORAA BULAA DEEBANAA
OROMO ICT

 

Author

abdiisaa

Comments (4)

  1. Abdiinagaa Tiksaa
    March 1, 2017

    Jechi darbii (pass word) n “email” keenya yoo daganne, malli ittiin deebinee argannu jiraa laata? Maaloo, yoo jiraate nuuf hiraa!

  2. Bulcha Hanbisa
    March 1, 2017

    Guddaasa galaatomaaaaaaa

  3. abde
    December 6, 2017

    yaaboo tun waan gaarii dha. garuu dubbiin email tun na dhibde, waa hedduun dhabe

  4. Hussein Muhammed
    May 19, 2018

    Guddaa Galatoomi ORO ICT baay’ee nu fayyaddee jirta waan ofii

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *