Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Sababoota Gurguddoo Saffisa Interneetaa Hirdhisan

Sababoota Gurguddoo Saffisa Interneeta[Broadband, Wi-Fi, 4G, 3G, EVDO, CDMA] Keenyaa hirdhisuu danda’an



Saffisni Tajaajila Interneetaa ofii isaatii gadi hin bu’u ykn hin dadhabu. Saffisni Interneeta isin fayyadamaa jirtanii yoo dadhabaa ta’e, Saba malee miti.
Sababootni Saffisa Interneetaa takaaluu danda’an keessaa muraasni:
Mi’ootni[device] hedduu sarara sana irratti hidhamanii yoo walirraa qooddachaa jiraatan
Hombololeettii/Qilleensa yabbuu keessattuu yeroo Wi-Fi fayyadamnuf yoo bubbisaa jiraate
Dhaabbata Tajaajila Raabsu(ISP) fakk: ethiotelecom irraa yoo ta’e
• Fi Sababoota biroos jiru!
Haala kana hubannee Furmaata barbaaduu dandeenya.

 

OROMO ICT Yeroo dhiyotti Furmaata isaa isiniif maxxansa!
.


[sgmb id=”2″]
HORAA BULAA DEEBANA
OROMO ICT

Author

abdiisaa

Comments (5)

  1. abdi
    February 14, 2017

    baareda itti fufaa

  2. Bilaal
    March 15, 2017

    Sababoota safisa interneetii hir’isaan kanaa maal yoo goonee hambisuu dandeenyaa

  3. siinan
    January 12, 2018

    baay’ee gaarii dha .itti fufa

  4. Gadisa Worku
    May 30, 2018

    Jajjabadhuu leencaa oromoo baarnootaa gorguddoo sabaa keenyaaf kennaa jirtaa .beenyaan kee bilisummàa ummataa oromootii. !! Qabsoon keenyaa itti fufaa !

  5. Getu
    February 5, 2019

    Nuuf jiraadhaa! ammallee barsiisummaan keessan itti haa fufu!

Leave a comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *