Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Deetaa/Faayila/Folder Koompuutara keessan irra jiru dhoksuuf ykn deebisanii ilaaluuf:OROMO ICT

Akkaataa Faayiloota(files) ykn Ukaankaa[Folder] koompuutara Window irratti Dhoksuuf ykn Kan dhokate ilaaluuf Oolu… #share waliif godhaa Yeroo garagaraatti Deetaan/Faayila nama tokkoo hatuun keessattuu yeroo ammaa kana akka aadatti baratamaa dhufaa jira. Kunis Faayidaa dhuunfaatiif kan akka gurguratanii galii argachuu, Miidhaa nama sana irratti gaggeessuufi sababoota biroo hedduuf yommuu ta’u, hanni kunis kanraawwachuu danda’u maloota adda […]

Marsaalee Ammee

Itiyootelekoom Tajaajilli Interneeta bilbilaa yemmuu addaan citu, Maamiltootni Herrega isaanii yeroo biraa fayyadamuu akka danda’an beeksise:OROMO ICT

Itiyootelekoom Tajaajilli Interneeta bilbilaa yemmuu addaan citu, Maamiltootni Herrega isaanii yeroo biraa fayyadamuu akka danda’an beeksise:OROMO ICT Iityoo Teelekoom tajaajilli intarneetii bilbila sochootuu yammuu adda citu hojimaata herreega itti hin fayyadamnetti fayyadamuu dandeessisu hojiirra oolche Iityoo Teelekoom labsii yeroo ariifachiisaan booda tajaajilli intarneetii bilbila sochootuu yammuu adda citu, herreega itti hin fayyadaminitti deebisanii fayyadamuu fi […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Eenyummeessaa[Account] Facebook Guutumatti isin jalaa cufame, Hiriyyaa keessan isiniif banuu danda’a.

Eenyummeessaa Facebook Guutumaan guututti isin jalaa cufamee Hiriyyaan keessan isiniif deebisuu akka danda’u beektuu?  : #Gaaffii Yeroo Dheeraaf Nugaafachaa turtan #DEEBII isaa Eeyyen!, yeroo ammaa Dhaabbanni Facebook Tajaajila isaa karaa hedduu kan kenutti jiru yoo ta’eeyyuu, Namootni hedduun Bilbilli ykn Email banataniin jalaa badee ykn dagatanii Eenyummeessaa hiriyyoota heddu ittiin horatan, hordoftoota heddu kan ittiin […]

Feesbuukii Afaan Oromoo Marsaalee Ammee

MARII: Maqaa Fuula OROMO ICT Jijjiiruufi Tajaajiloota Afaanota biroonis Dabaluu: OROMO ICT

Yaada  Marii Hordoftoota Garee OROMO ICTtiif[Maqaa Garee/Fuula OROMO ICT Jijjiiruufi Afaanota biroos Dabaluuf Barbaadna] Kabajamtoota Hordoftoota keenyaa, Yeroo hunda waan nu Hordoftaniifi waan nu jaallattanii kabajaafi jaalala keessaniin yeroo hunda nu bira dhaabbattanii, Yoo dogoggorre yaada nuu kennitanii, nu sirreessitanii, yeroo hunda waan nuti maxxansinuun yeroo isin GAMMADDAN arguu caalaa wanti nu gammachiisu hin jiru. Haa […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Deetaa ykn Faayila Hanga ammaa Facebook irra olkaayaa turtan akkamitti akka gadi buufattan:OROMO ICT

Deetaa ykn Faayila Hanga ammaa Facebook irra olkaayaa turtan akkamitti akka gadi buufattan Namootni hedduun waajjiira[eenyummeessaa] Facebook isaanii irratti waan heddu maxxansaa turan. Wantoota maxxansaa turan kanneen akka: Barreeffama Adda addaa Suuraalee adda addaa fikkf yeroo barbaadanitti deebi’anii argachuu ykn gadi buufachuun ni danda’ama. Dhaabbanni Facebook Gaaffii kana deebisuuf tajaajila ofiin of keessummeessuu qopheessee abbaan […]

Beeksisa Waldorgommii Marsaalee Ammee

Waldorgommii Facebook Namoota Waa Uumuu Danda’aniif baase:OROMO ICT

Waldorgommii Facebook Namoota Waa Uumuu Danda’aniif baase! Dhaabbanni Guddaan addunyaa amma keessa jirruu, Facebook jedhamuun kan beekkamu, Namoota waa uumuu danda’an keessattuu biyyoota guddina Teekinoolojiitiin sad. gadi aanaa irra jiran kanneen akka Biyyoota Baha Giddugaleessaa(middle East), Biyyoota Afrikaa Kaabaa(North Africa) fi Biyyoota Afrikaa Saharaa gadii(Sub-Sahara) dhaaf Carraa waldorgommii haaraa Baasee jira. Dhaabbanni guddaan kun  gama Teekinoolojii […]

Barnoota Programming Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

9 Most Demanded Programming languages of 2016: OROMO ICT

9 Most Demanded Programming languages of 2016: OROMO ICT Glassdoor recently published a report on the top 25 lucrative, in-demand jobs. More than half of the jobs listed are in tech and require programming skills. If you’re interested in a fast-growing and lucrative career, you might want to make learning to code next on your […]

Barnoota Programming Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Top 10 Most Commonly asked Programming Questions in Java: OROMO ICT

Top 10 Most Commonly asked Programming Questions in Java: OROMO ICT 1)What is the difference between String, StringBuilder, and StringBuffer in Java? The main difference is that String is immutable but both StringBuilder and StringBuffer are mutable. Also, StringBuilder is not synchronized like StringBuffer and that’s why a good faster and should be used for […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Madda banaa marsaa bootstrap hojjachuuf si tajaajilu

kabajamtootaa fi jaalatamtoota oromo ict akkam jirtu? nageenyi badhaadhaa? ni yaadattu yoo tahe fuula keenya facebook irratti, marsaan bootstrap hojjachuuf kan isin gargaaru, madda banaa/open source/ tokko isiniif maxxansina jennee turre. Nutis waadaa keenya eegnee, maddiocha kana qabannee dhufnee jirra. Isinis hidha itti aanu kana irraa buufachuudhaan, akka fedhii keessaniitti itti fayyadamuu dandeessu. Madda banaa […]