Xiinxala Hojiiwwan Marsaalee Hawaasummaafi Mirga Abbummaa[Abbeentaa]………. Abdisa Bencha Jaratiin, Design: Gammadaa Olaanaati——–waggaa 1 dura barreeffame Daba walirratti hin Hojjannu, walirrattis hin hojjatinaa…… Oromoon Dargaggoota, Hayyootaa fi Beektotaa hedduu, kanneen Dandeettii garagaraatiin badhaafaman qaba. Yeroo ammaa Gara Marsaalee hawaasummaatiin Beekkumsa hangana hin jedhamne nuuf laachaa jiru. Dadhabbiifi nuffii tokko malee, Kafaltii tokko malee Ganamaa galgala Kallattiin[Online] irratti […]
Mala salphaa Deetaa ykn Faayilii Bade ykn dhokate ittiin argachuu dandeessaniin Daataan ykn Faayilli koo Na jalaa bade, Virus dhokse jechuun hin jiru. KOOMPITARA, FLAASHOTAAf, MEEMORII KEESSATTI FAAYILOOTA YKN DAATAA DHOKATE AKKAMITTI ARGACHUU DANDEENYA 1 Koompitaroota ykn Flaashota/meemorii irraa dataa ykn Faayila yoo dhabdan Mala Armaan Gadii kana Fayyadamaa ni argattuu……………. 1. :- Gama CMD […]
Bilbilli Keessan Dhagaa[Battery/Chaarjii] Daddafee fixuun isin rakkisaa jiraa? #Sababaafi #Furmaata isaa hordofaa: OROMO ICTdhaan Eeyyen, yeroo amma akkuma hedduun keenya beeknu, keessattuu Bilbilli ammayyaawoo ta’an yeoo ammaa hojiiwwan adda addaatiif waan fayyadamnuuf, Bilbilli hedduu keenyaa rakkoo kanaaf saaxilamaadha. Kunis sababa malee miti ykn sababa mataa isaa danda’e qaba. Sababoota Bilbilli keenya dafee dhagaa/battery/charge fixatuuf keessaa […]
Marsaalee Hawaasummaa, Faayidaaleefi miidhaa isaanii: Kutaa 1ffaa Marsaaleen Hawaasaa , giddugala marsaalee adda addaa kanneen hojiilee dhuunfaa, gareefi dhaabbata adda addaa ittiin too’achuuf, ittiin walitti qabuuf kan gargaaruudha. Marsaaleen kun Cimdaa Hawaasummaatiin namoota dhuunfaa, firaafi hiriyyoota addunyaa gargaraa walitti fiduun Hariiroo hawaasummaa cimsuu, ijaaruufi Addunyaa bara ammaa kana ganda tokko gochuu bira darbee Jaarraa Odeeffannoo […]
Barreessitoota Keenyaaf Carraa Addaa!, Keessattuu Marsaa hawaasaa irratti Waa barreessuun muuxanno warra qabdaniif.
Haalli Filannoo Waldorgommii Dhaabbata Youth Citizen Enterpreneurship Competition[YCEC] Jijjiirame… #SHARE Filannoon Piroojektiin keenya #CCT haala gaariin adeemaa akka jiru hedduun keenya duuka buunee hordofaa jirra, Kanaaf immoo Ilmaan Oromoo hundi keessanuu Ulfaadhaa. Wal Malee Maal Qabna Haa ta’uu malee #Gaaffilee Namootni adda addaa kaasaniin walqabsiisee Dhaabbanni #YCEC haalaa #FILANNOON(Vote) itti gaggeeffamu jijjiiruuf murteessee Kaleessaa sa’aatii […]
Ergaalee Sobaa akka armaan gadiitiif gurra hin Laatinaa….#SHARE godhaa waliif dabarsaa…. Ergaa Sobaa kana ilaalchisee #HORDOFTOOTA Keenya heddu irraa Gaaffiin dhufaa jira, nuufis Dhufaa jira, OROMO ICTn Walumatti qabee Deebii kana Deebisuuf Maddoota Odeeffannoo dhugaa irraa ragaa wajjiin qindeessinee #DEEBII Kennine kana dubbisaa, Ergaalee Sobaa kanneeniifi kkfi jennee yeroo keenya balleessuufi Namoota Jaataneessuu hin qabnu. […]
Mala Facebook keenya ittiin Hatamuu(Hack) ta’uu danda’uuniif Furmaata isaa Malli Eenyummeessan facebook keenyaa hatamuun inni duraafi ijoon mala PHISHING jedhamuun. Malli kun mala namni eenyummeessaa keessa irraa dhimma qabutu bifa ergaa keessoo(inbox) dhaan barreeffama sobaa hidhaa(link) qabu fi App sobaatiin isin argachuu danda’uudha. Yoo isin ergaa isinitti dhufe sana bantanii achumatti dubbiftan miidhaan isin irra […]
#FeesbuukiiOromoo—–Maaliif Hiikkaan Feesbuukii Afaan Oromoo Dhibbeentaa 38(38%) irratti dhaabbate? RAKKOOLEE HIIKKAA FEESBUUKII AFAAN OROMOO QUNNAMAA JIRUUFI FURMAATA ISAA Harka Fuune Ummanni keenya iddoma jirtanitti? Akkuma hundi keessanuu beektan Gaaffii fi ifaajee ilmaan Oromootiin Gaaffiin AFAAN OROMOO, Afaan Hojii Dhaabbata guddicha Addunyaa kanaa dhaabbata Facebook akka ta’u gaafatameef torbaan sadiin dura dhaabbanni kun Deebii […]
Eenyummeessaa/account/ moobaayiloota, taabileetota apple irraa qabaachuun tajaajiloota adda addaa kenna. Fakkeenyeef; tajaajiloota akka daataa gara garaa ol kaayuu/backup/ gochuu, moosaajilee adda addaa iTune keessaa buufachuu, yoo bilbilli bade barbaaduu fi kkf niif tajaajila. Maxxansi keenya kan har’aa kunis gaafii yeroo dheeraa namoota hedduu kan tahe, akkaataa eenyumeessaa apple itti uumuu danda’an irratti kan xiyyeeffatuudha. Maxxansa […]