Qophiin hundeeffama #ADM hedduu kan nama hawwatuufi Keessaahuu #ARTISTOOTNI Oromoo hedduun irratti argamaniiru.
yeroo ammaa tajaajilli Ergaa gabaabaa(Short SMS) jedhamu kan feesbuukiin maamiloota isaatiif tajaajila deeggarsaafi mirkaneessaa ittiin kennuun maamiltoota isaa deeggaru akka hojjachaa hin jirre barameera.
MM Dr.Abiy, Torbaan darbe Ibsa Gaazexeessitootaaf yemmuu kennan Gaffii Gaazexeessitootarraa dheyaateef keessaa tokko, Gaaffii Cufamuu INTERNEETAA ture.
Muummuchi deebii yoo deebisan akka jedhanitti ‘ Lubbuu Lammiileefi Qabeenya biyyattii oolchuu barbaachisaa ta’ee yoo argame Torbaan qofa osoo hin taane guutumatti cufuu ni danda’ama’ yoo jedhan dhageenyeerra. Haatahuu malee, mootummaan seera kamiin Interneeta cufa?
Mootummaan tajaajiloota Telekoomii Cufee olkaayuuf mirga hin qabu | Mootummaan rakkoolee tasa mudatanii biyya burjaajessan taasgabbeessuuf Interneeta dabalatee tajaajiloota biroo yeroodhaaf cufuu danda’a, Cufanii olkaayuun garuu Sagalee Ummataa Ukkaamsuufi burjaajiifi kisaaraa biraatiif biyya saaxila.
Faayidaaleefi Miidhaa Fayyadamaalee(Apps) adda addaa Marsaalee hawaasaarratti qoodamuu.
Faayidaaleefi Miidhaa Fayyadamaalee(Apps) adda addaa Marsaalee hawaasaarratti argitan kanneen bifa adda addaatiin hojjataman hedduun keenya ni fayyadamna
Eenyumeessaan Namoota dhuunfaa ykn Fuula Marsaalee hawaasaa akkamitti Hatama ykn Cufama? Hanni ykn cufamuun kun karaa 4 tahuu danda’a
Hoogganaan Olaanaan Facebook Mark Zuckerberg hardha Qophii F8 jedhu qopheesse. Mark Ibsa baldhaa galma ummanni hedduu hirmaatetti hawaasa fuuldura dhaabbatee dhiyeesse.
Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmed Giddugala Daldala Interneeta Idil-Addunyaa Guddicha Alibaba daaw’achuu Waajjirri Muummee Ministeera Itoophiyaatu gabaaseera.
Bara darbe 2018 qofa Aggaammii Saayibariitiin Kisaaraan Doolara Bil. 2.7tu qaqqabe jedhameera – At only 2018, 2.7 billion dollars to cyber attack – oroict.com
LG yeroo ammaa kana immoo bilbila ammayyaa moodeela haaraa hojjechuuf ta’uu ibsameera. Kunis Tekinoolojii jalqabaa