Aggaammii(Miidhaa) Saayiberii haala kamiin qolachuu dandeenya(How to protect Online Cyber Attack) Addunyaan amma keessa jiraachaa jirru yeroo icciitenyi saayiberii(Cyber Security), Balaa saayibarii(Cyber Crime) jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti baratamaa ta’uu bira darbee, jireenya nama dhuunfaafi dhaabbatoota adda addaa keessatti icciitii isaanii hatuufi saamuudhaan ogeeyyiin koompitaraa kasaaraa guddaa geessisaa kan jiraniifi haalichi yeroo dhaa gara yerotti […]
Miidhaawwaan Bilbilli Ammayyaawaan(Disadvantage of having SMART PHONE) geechisu keechaa muraasni kanneen armaan gadiiti: 1) Qaamni barbaade ykn namni barbaade osoo isin hin beekin faana isin dhahuu dandaha. Innis qaamni mootummaa ykn dhuunfaan osoo isin hin beekin Iddoo isin jirtan ilaalee isin hordofuu akka danda’u gochuuf bilbilli ammayaawaan gahee olaanaa qaba. kunis Fayyadamaa ykn App tajaajila […]
Akkaataa #Mi’oota keenya(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaafi Dookumantii, #Qabeenyaafi Odeeffannoo dhuunfaa keenya itti eeguuf nu fayyadu: Kutaa 2ffaa Bilbila/Koompitara keenya yeroo hundumaa JECHA DARBII(Password)dhaan cufuu qabna. Kunis mi’a(device) keessan yeroo isin bira hin jirretti namni biraa akka hojii hin taane ittiin hin hojjanneefi deetaa keessan kan icciitii qabaachuu danda’u akka isin jalaa hin saaxilamneef fayyada. Hub: Yeroo kamuu […]
Akkaataa #Mi’oota(koompitara/Mobile/Tab..), Deetaa, Dookumantiifi #Odeeffannoo dhuunfaa keenya Toorarratti(Online) itti eeggachuuf nu fayyadu keessattuu Qinqanii[virus] walqabatee.. Hedduun keenya akkuma hubannoo qabnu, Qinqaniin(Virus) Sagantaa(program) ogeeyyiin koompitaraa hojjatanii ummatatti gadi lakkisuudhaan #Bilbila ammayyaawaa(smart) fi #Koompitara keenya akka miidhu, ykn balleessu godhaniidha. Kunis cal jedhamee osoo hin taane, dandalaaf ykn bashannanaaf, akkasumas dandeettii ofii agarsiisuuf ogeeyyiidhaan kan hojjatamuudha. Wanti […]
Bilbila Android SAFFISA Gaarii akka qabaatu yoo barbaaddan Tartiiba kanaa gadii hordofaa Maloota SAFFISA Bilbila Andriod Dabaluuf Oolan: Bilbilli keessan saffisuu dideeraa? Bilbilli keessan isin harkatti caljedhaa? #Stack godhaa? Bilbilli ammayyaawaan (Smart phone) keessan Saffisa isin barbaadaniin hin deemu taanaan tartiiba kanaa gadii hordoftanii sirreeffachuu dandeessu. Malootni saffisa Bilbila keenyaa dabaluuf oolan: Fakkina Sochii cufuu—Turn […]
Ajaja CMD – Comand Line fayyadamnee akkamiin Saffisa Interneetaa Dabaluu dandeenya? Dura ‘PING PACKET’ gara Gate waye erguun saffisa Interneeta keenyaa barra. Gateway keenya beekuuf: ipcongig /all jennee CMD irratti barreessina itti fufneetuma Gateway asii olitti arganne kana Faana dhoofna ykn PING goona. ping -t <your default gateway address> yeroo muraasa keessatti yoo nuuf deebi’e […]
Ofeeggannoo: Amma Booda Itoophiyaa keessatti qafoo argitan fayyadamuu hin dandeessan Kanaan booda Itoopiyaa keessatti Qafoo argitan bittanii fayyadamuu waan hin dandeenyeef, Gorsa armaan gadii hordofuun dirqama. Qafoon tokko yeroo hojjatamu lakkoofsa qafoo ykn lakkoofsa addaa kan dijiitii15 qabu IMEI jedhamu wajjiin hojjatama. Lakkoofsa Koodii IMEI kana beekuuf *#06# jechuun Mobile keenya irratti barreessinee yoo […]
Koompitara HAARAA bitachuuf Ulaagaalee barbaachisan #Ulaagaa Koompuutara bitachuuf Gargaaru…. Gaaffii Namni hedduu Gaafachutti jiru…………..OROMO ICT irraa, #share gochuun waliif dabarsaa Gaaffii hedduu namootni dhimma kana irratti kaasaniif #DEEBIIN qabatamaa kana jedhamee kennamu jiraachuu baatus, Gosootni Koompuutaroota hedduu waan jiruuf Gatii adda addaatiin argamau. Kun osoo akkasuma ta’ee jiruu, Ani Gorsa Ogummaa qabuutiin Ummata koo tajaajiluuf jecha#ULAAGAALEE ofii koo itti fayyadamuufi kanneen […]
MARSAALEE UGGURAMAN AKKAMITTI FAYYADAMNA? Ilmaan Oromoo Hundaaf:-Keessattuu warra Biyya keessaatiif Biyyoota Addunyaa Muraasa Keessatti Tajaajilli Marsaalee garagaraa #Ugguruu ykn Cimdaa(network) biyya sanaa keessaatti akka hin hojjanne ykn ergaan marsaan sun tamsaasu akka hin muldhanne ykn hin argamne godhuu baratamaa dha. Biyya keenya Keessattis Haalli kun erga jalqabee bubbuleera. Kanaafuu, tooftaalee adda addaa fayyadamnee marsaalee barbaachisoo ta’an jennee […]
Xiinxala Hojiiwwan Marsaalee Hawaasummaafi Mirga Abbummaa[Abbeentaa]………. Abdisa Bencha Jaratiin, Design: Gammadaa Olaanaati——–waggaa 1 dura barreeffame Daba walirratti hin Hojjannu, walirrattis hin hojjatinaa…… Oromoon Dargaggoota, Hayyootaa fi Beektotaa hedduu, kanneen Dandeettii garagaraatiin badhaafaman qaba. Yeroo ammaa Gara Marsaalee hawaasummaatiin Beekkumsa hangana hin jedhamne nuuf laachaa jiru. Dadhabbiifi nuffii tokko malee, Kafaltii tokko malee Ganamaa galgala Kallattiin[Online] irratti […]