Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

INTARNEETII IRRATTI OF-EEGGANNOOF BEEKKUMSA BARBAACHISU

Kutaa 2ffaa – SHARE – Ferhan Abdulselam Haakiingi (Hacking):  Sooftweerii ykn haardweerii kompiyuutara tokkoo jallisuudhaan kaayyoo kompiyuutarichi tolfameefiin ala kaayyoo biraa ittiin geggeessuu jechuudha. Kunis laafina siistama kompiyuutara tokkoo ykn neetworkiin tokko qabu (qaawa laafaa) adda baasuun laafina ykn dadhabina isaatti fayyadamanii keessa seenuu jechuudha. Haakiingi jechuun salphumatti hanna bifa virtual taheen adermsifamu jechuu dandeenya. […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Ergaa(E-mail) sobaafi deetaa keenya basaasuu dhufu akkamitti Beekna?

Ergaa(E-mail) sobaafi deetaa keenya basaasuu dhufu akkamitti Beekna? – OROMO ICT Guyyaa guyyatti ergaalee(e-mails) garagaraa namoota nuti hin beekne irraa nutti dhufaa oolu.Ergaaleen kunneen caluma jedhamee osoo hin taane kaayyoo mataa isaa danda’e kan qabu yoo ta’u garuu Ergaaleen nutti dhufu hundi kan rakkoo qabu jechuun hin danda’amu. Yeroo hedduu yakkamtootni Saayibarii(Cyber-Criminals) yeroo hedduu nama […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

INTARNEETII IRRATTI OF-EEGGANNOOF BEEKKUMSA BARBAACHISU – Ferhan Abdulselam

INTARNEETII IRRATTI OF-EEGGANNOOF BEEKKUMSA BARBAACHISU Kutaa 1ffaa – SHARE Akkamitti Ethio Telecom Facebook Uggura? Yeroo ati intarneeta Ethio Telecom fayyadamtee facebook tahee weebsaayitoota kamuu banuuf tuqxu, garasitti konnekti godhuuf jalqaba gaafiin gara Ethio Telecom’tti ergama. San booda yeroo Ethio Telecom konnekshina hayyamee weebsaayitii tahee facebook sun sii banama. Kana jechuun wanti ati godhaa jirtu Ethio […]

Feesbuukii Afaan Oromoo Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

GORSA Fayyadamtoota Facebook biyya keessa jiraniif:- Ferhan Abdulselam

GORSA Fayyadamtoota Facebook biyya keessa jiraniif:- Ferhan Abdulselam GORSA aktiivisoota biyya keessa jiraniif: Facebook keessan lakkoofsa mobile dhaan banachuu irra gmail filatamaadha. Sababnis mobile keessan ethio telecom too’achuu waan danda’uuf, yoo isinitti xiyyeeffatan mobile keessan gara ofii deebisanii facebook keessan garagalfachuuf isaaniif salphata. Haalli kun email ni ilaallata yoo lakk mobile akka recovery itti fayyadamte. […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

#BeeksisaFuulaFacebookdhaaf kafaluu irratti Gaaffii namoota hedduutiif – Deebiifi Hubannookoo

#BeeksisaFuulaFacebookdhaaf kafaluu irratti Gaaffii namoota hedduutiif – Deebiifi Hubannookoo Yeroo ammaa dhaabbanni facebook giddugala daladalaa addunyaa irraa sadarkaa duraa irra jiruufi namootni seeraan itti fayyadaman kan itti durooman, kan wallaale immoo hedduu itti miidhamanii, itti kasaaranii jiru. Namootni keenya hedduu beeksisa #Fuula facebook akka kafalaa jirtan nan beeka, hedduun keessan na mariisiftaniis jirtu. waan beekufi […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Iyya’aan(Browser) Firefox Akeekkachiisa Marsariitii hatame fayyadamuu dhoorku hojjachaa jira.

Iyya’aan(Browser) Firefox Akeekkachiisa Marsariitii hatame fayyadamuu dhoorku hojjachaa jira. Iyya’aan(Browser) Firefox Akeekkachiisa Marsariitii hatame fayyadamuu dhoorku hojjachaa jira. (Firefox “Breach Alerts” Will Warn If You Visit A ‘Hacked’ Website)  Iyya’aan Mozilla Firefox jedhamuun beekkamu, Fooyya’iinsa isaa dhufu (Firefox 57 version) kan “Firefox Quantum.” jedhamuun moggaafame kanatti waan haaraa tokko dabalee gadi  gadi lakkisuuf akka ta’e […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee

Yeroo Koompitara irratti waa hojjannu Koompitarri akka ofumaa olkaa’u gochuu(Auto Saving Our work on computer)

Yeroo Koompitara irratti waa hojjannu Koompitarri akka ofumaa olkaa’u gochuu(Auto Saving Our work on computer) Mee dhugaa haa dubbannuu, namni koompitara fayyadamee beeku, osoo isin waa barreessaa jirtan, osoo waan barreessitan sana olhin kaayatin isin jalaa badee hin beekuu? dookumantii hatattamaan fa’a barbaaddan dursitanii olkaa’uu dagattanii osoo barreessaa jirtan, barreessitanii yeroo xumuruu geenyu fa’a Ifaan […]

Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

Moosajii basaastuu akkamitti beekna, akkamitti ofirraa eegna(how to know and catch spywares)

Moosajii basaastuu akkamitti beekna, akkamitti ofirraa eegna(how to know and catch spywares) Lafa kana irra basaastuun nama qofa miti. Moosajiileen akka namaa ta’anii nubasaasan ykn waan nuti hojjannu fi odeeffannoo icciitii dhuunfaa keenyaa guuranii qaama barbaaduuf dabarsan heddutu jira. Moosajiileen kunneen hedduun isaanii yeroo interneeta irraa ykn yeroo interneeta fayyadamnu bifa adda addaatiin gara keenya […]

Barnoota Moobaayilaa Leenjii fi Gorsa TQO Marsaalee Ammee Qafoo Moobayilaa

#Interneeta Baasii Salphaadhaan yeroo dheeraaf fayyadamuuf Maloota kana hordofaa

#Interneeta Baasii Salphaadhaan yeroo dheeraaf fayyadamaa……. #GaaffiiNama Hedduu. #share Yeroo ammaa #Interneetni hojii keenya kan #daqiiqaafSekondiidhaanraawwachaa, hordofaa, fikkf jirru keessatti nama heddu biratti #Nyaatacaalaa iddoo guddaa argateera. Kanaafuu mallaqa keessan #qusachuufbarreeffama kana hordofaa… Asiin dura #maxxansakoo Haala #qusannoo mallaqaa yeroo #Interneeta fayyadamtan maxxanse(#BackGroundRestrict) irratti hedduun keessan fayyadamoo ta’uu keessan keessaan naa ibsaa turtan. Akkasuma warri hanga ammaa isiniif #milkaayuu didee mallaqni hedduu daqiiqaa fi secondii muraasa keessatti isin irraa […]