Gaaffii yeroo hunda Ummanni keenya itti rakkachaa jiruufi, qabeenyas itti kasaaraa jiru – guyyatti OROMO ICT gaaffii hedduu nu gaafatu, #Miidiyaaleen kunneen maaliif Hawaasa keennaaf hubannoo gahaa hawaasni keenna akka argatuuf maaliif irratti hojjachuu dhaban? #Yeroo ammaa dhaabbanni tokkichi Biyyattii Ethio telecom #System haaraa fidee qafoo #galmeessuudhaan fayyadamaan Mobile kamuu #qafoo galmaahe malee Gahiinsa-Cimdaa dhaabbatichaa(Network […]
#Of-Eeggannoo – 8681*2# – Gaaffiifi Sodaa namoota hedduu. Torbaanota kana keessa ololli “Bilbili network cuufamaa waan jiruuf bilbili keessan akka hin cufamneef mala 8681*2# fayyadamaa!” jechuun ummata burjaajessaa jiru. namootni hedduun lakkadda(Code) kana fayyadamuudhaan Bilbillli isaanii akka saamsamu godhaa jiru. Kana jechuun tooftaa lakkoofsa bilbila keenyaafi qafoo walitti hidhuuf ooludha. Dhaabbanni Telekoomii itoopiyaa, tajaajila yeroo […]
Bilbilli Ammayyaawaan(Smart phone) maaliif Fayyadamaa fudhachuu dida, Furmaanni hoo maali(Why Smart Phones shows errors while installing Apps and How to Fix it?) – #Kutaa 2ffaa – #share godhaa Odeeffannoo keenya kaleessaa keessatti Mobile Ammayyaawaan(Smart Phones) maaliif Fayyadamaa(App) fudhachuu dida isa jedhu keessatti rakkoolee sababa ta’ani, Furmaata wajjiin hanga 3 tarreessinee turre. Hardha immoo kutaa itti […]
Bilbilli Ammayyaawaan maaliif Fayyadamaa fudhachuu dida, Furmaanni hoo maali(Why Smart Phones shows errors while installing Apps and How to Fix it?) – Kutaa 1ffaa Yeroo ammaa hedduun ummata addunyaa bilbila mijaawaa, bareedaafi ammayyaawaa ta’e, hunduu akkuma humna isaatiin bitatee dhimma itti bahutti jira. Haala guddina tekinoolojii saffisaatiin kan qalqabate jijjiiramni bilbila harkaa ykn bilbila socho’aa […]
Bilbilli Keessan Nama biraatiin hidhamee[‘hordofamaa’] Jiraachuu akkamitti beekuu dandeenya? Eeyyen, Biyya Itoopiyaa tana keessatti namni hedduu bilbila ni shakka, bilbila keenya hidhanii dhageeffachuu danda’u sodaa jedhutu muldhata. Kanumarraan ka’ee namootni hedduu icciitii keessa isaanii jiru bilbilaan haasawuu yeroo sodaatan hedduu argina. Kanaafuu, Bilbilli keenya hidhamee jiraachuufi dhiisuu salphamatti beekuu dandeenya. Kunis: Lakkaddaa(Code) : ‘*#21#’ jedhurratti […]
Facebook keenya hatamuu beekuuf tartiibota armaan gadii too’achuufi ofeeggannoo barbaachisu gochuun gaariidha.
Fayyadamaa[App] Mobile Barbaachisoo kanneen Fayyadamaa Fayyadamaa[App} Mobile kanneen yoo fayyadamne waan irratti nu gargaaruu danda’an waan ta’eef mee gadi buufadhaa yaalaa ilaalaa. 1)IDM – Download Manager: Appn kun Kanaan dura Koompitara keenya irratti faayiloota saffisaan naqachuuf(download) gochuuf kan nu tajaajilaa ture yoo ta’u, amma immoo bilbiloota Android irrattis faayiloota saffisaan akka naqannuuf tajaajila kennaa jira. […]
#Interneeta Baasii Salphaadhaan yeroo dheeraaf fayyadamaa……. #GaaffiiNama Hedduu. #share Yeroo ammaa #Interneetni hojii keenya kan #daqiiqaafSekondiidhaanraawwachaa, hordofaa, fikkf jirru keessatti nama heddu biratti #Nyaatacaalaa iddoo guddaa argateera. Kanaafuu mallaqa keessan #qusachuufbarreeffama kana hordofaa… Asiin dura #maxxansakoo Haala #qusannoo mallaqaa yeroo #Interneeta fayyadamtan maxxanse(#BackGroundRestrict) irratti hedduun keessan fayyadamoo ta’uu keessan keessaan naa ibsaa turtan. Akkasuma warri hanga ammaa isiniif #milkaayuu didee mallaqni hedduu daqiiqaa fi secondii muraasa keessatti isin irraa […]
Bilbila Android SAFFISA Gaarii akka qabaatu yoo barbaaddan Tartiiba kanaa gadii hordofaa Maloota SAFFISA Bilbila Andriod Dabaluuf Oolan: Bilbilli keessan saffisuu dideeraa? Bilbilli keessan isin harkatti caljedhaa? #Stack godhaa? Bilbilli ammayyaawaan (Smart phone) keessan Saffisa isin barbaadaniin hin deemu taanaan tartiiba kanaa gadii hordoftanii sirreeffachuu dandeessu. Malootni saffisa Bilbila keenyaa dabaluuf oolan: Fakkina Sochii cufuu—Turn […]
Bilbilli Keessan Dhagaa[Battery/Chaarjii] Daddafee fixuun isin rakkisaa jiraa? #Sababaafi #Furmaata isaa hordofaa: OROMO ICTdhaan Eeyyen, yeroo amma akkuma hedduun keenya beeknu, keessattuu Bilbilli ammayyaawoo ta’an yeoo ammaa hojiiwwan adda addaatiif waan fayyadamnuuf, Bilbilli hedduu keenyaa rakkoo kanaaf saaxilamaadha. Kunis sababa malee miti ykn sababa mataa isaa danda’e qaba. Sababoota Bilbilli keenya dafee dhagaa/battery/charge fixatuuf keessaa […]